Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin raayyaa ittisaa fi tumsa teeknikaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa 10ffaan Mooskootti…
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Yaa'iin raayyaa ittisaa fi tumsa teeknikaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa 10ffaan Mooskootti gaggeeffamaa jira.
Kaayyoon waltajjichaa hariiroo raayyaa ittisaa…
Jilli aadaa Ityoophiyaa Eertiraa Karanitti qophiisaa dhiyeesse
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) –Jilli aadaa Ityoophiyaa Eertiraa Karanitti qophiisaa dhiyeesse.
Karan magaalaa Asmaraarraa kiilo meetira 91 fagaattet argamti.
Jilichi magaalicha…
Yaa’iin Caffee Gadaa Oromoo Walloo deebisanii hundeessuu gaggeeffame.
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Yaa'iin Caffee Gadaa Oromoo Walloo deebisanii hundeessuu gaggeeffame.
Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii Godina Addaa Oromoo Walloo akka beeksisetti,…
Rakkoo daandii Qarree Go’aa – Dajan waaraan furuuf qorannaan taasifamaa jira
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Rakkoo daandii Qarree Go'aa - Dajan waaraan furuuf qorannaan gaggeeffamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa beeksise.
Haala teessuma…
Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan daayreektar janaraala Dhaabbata Baqattoota…
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan daayreektar janaraala Dhaabbata Baqattoota Addunyaa Antooniyoo Vitoriinoo waliin mari'atan.
Obbo…
2020tti addunyaarraa iddoowwan daawwatamuu qaban 50 keessaa takka Finfinnee ta’uun ibsame
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Bara Faranjootaa 2020tti addunyaarraa iddoowwan daawwatamuu qaban 50 keessaa takka magaalaa Finfinnee ta'uun ibsame.
Marsariitiin odeeffannoo imalaa…
Barbaachisummaa riifoormii ADWUI fi hundeeffama Paartii Badhaadhinaarratti mari’atame
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii barbaachisummaa riifoormii ADWUI fi hundeeffama Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffachuun magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurame.…
Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan, ministira Dhimma Alaa Swiizarlaand…
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan, ministira Dhimma Alaa Swiizarlaand waliin mari'atan.
Itti aanaan muummee ministiraa FDRI…
Maallaqa biyyaa baqfame deebisiisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Maallaqa biyyaa baqfame gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan Alangee Waliigalaa beeksise.
Waggoottan darbanitti seeraan ala qabeenya…
Koomiishinichi Injiinar Taakkalaa Uumaa waliin mari’atee
Koomiishinichi Injiinar Taakkalaa Uumaa waliin mari'atee
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Miseensonni Koomiishinii Bulchiinsa Daangaa fi Dhimmoota Eenyummaa itti aanaa kantiibaa magaalaa…