Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan saatalaayitiishee jalqabaa gara hawaatti ergite
Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan saatalaayitiishee jalqabaa gara hawaatti ergite.
Saatalaayitittiin buufata furgugsaa saatalaayitii Chaayinaatii har'a ganama gara hawaatti…
Koonfaransiin nageenya biyyoolessaa booru Finfinneetti adeemsifama
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) - Koonfaransiin nageenya biyyoolessaa boruu Finfinneetti adeemsifama.
Koonfaransichis mata duree "Ityoophiyaa hunda keenyaf mijattuu taatu haa umnu"…
Godina Jimmaa aanaa Qarsaatti dirreen dubbisaa fi qo’annaa 160 hojjetaman
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Qarsaatti dirreen barattootni itti dubbisanii fi qo'atan 160 hirmaannaa hawaasaa Birrii miiliyoona 10.2 qophaa'anii tajaajila kennuu…
Kurmaana jalqabaatti invastimantii kallattii alaarraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 7 ol argameera
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Kurmaana jalqabaa bara kanaatti invastimantii kallattii alaarraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 7 ol argameera.
Koomiishiniin Invastimantii Ityoophiyaa…
Daandiin keessoo Amboo waggaa afuriin dura eegalame hin xumuramne
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Daandiin aspaaltii keessoo magaalaa Amboo waggaa afuriin dura eegalame amma ammaatti hin xumuramne.
Daandichi baajata Birrii miiliyoona dhibba 5 fi…
Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan Waldaa Misooma Guraagee itti…
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan Waldaa Misooma Guraagee itti aanaa preezdaantii mootummaa naannoo Kibbaa obbo Ristuu…
Hind misooma intarpiraayizii Ityoophiyaa deeggaruu akka barbaaddu beeksiste
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Hind misooma intarpiraayizoota xixiqqaa Ityoophiyaa deeggaruu akka barbaaddu beeksiste.
Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tizzitaa Mulgeetaan ministira…
Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Fandii Misoomaa Saawdii Arabiyaa waliin…
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Fandii Misoomaa Saawdii Arabiyaa waliin mari'atan.
Dooktar Abiy jila fandichaa Dooktar Kaaliid S…
Ityoophiyaa fi Fandiin Misoomaa Saawdii Arabiyaa waliigaltee liqaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona…
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Fandiin Misoomaa Saawdii Arabiyaa waliigaltee liqaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 40 mallatteessan.
Waliigaltichas…
Aadde Hiiruut, Ministeera Dhimma Alaa Israa’eelitti itti aantuu daayreektara dhimmoota Afrikaa…
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Hiiruut Zammanaan, Ministeera Dhimma Alaa Israa'eelitti itti aantuu daayreektar janaraalaa dhimmoota…