Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Geejibaa FDRI raawwii fooyyee agarsiisef beekamtii argate
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Ministeerri Geejibaa FDRI raawwii fooyyee agarsiisef beekamtii argate.
Ministeerichi raawwii fooyya'aa agarsiiaa jiruu fi tumsa taasiseef dhaabbata…
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Yuunvarsiitii Samaraa fi Hoospitaala Duubtii daawwatan
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Yuunvarsiitii Samaraa fi Hoospitaala Duubtii daawwatan.
Barattoota dubartoota yuunvarsiitichaa waliin dhimmoota…
Rakkooleen Hidha Haaromsaa duraan turan furamanii hojii dansaan hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Rakkooleen Hidha Haaromsaa duraan turan furamanii hojii dansaan hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti koreen dhaabbii…
Jilli aadaa Ityoophiyaa qophiisaa Asmaraatti dhiyeesse
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Jilli aadaa Ityoophiyaa qophiisaa Asmaraatti dhiyeesse.
Jilli aadaa Ityoophiyaa ministir deettaa Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii FDRI aadde Bizuunash…
Dura taa’aan Mana Maree Cee’umsaa Sudaan Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa waliin…
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) –Dura taa'aan Mana Maree Cee'umsaa Sudaan Leetanaal Janaraal Abdal Fattaah Al Buurhaan ministira Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaa daawwachuufi
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaa daawwachuufi
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baatii Faranjootaa Jaanuwaarii 11 - 12,2020…
Preezdaanti Saahilawarq ergamaa addaa preezdaantii Maalii Proofeesar Aliyuu Saal waliin…
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergamaa addaa preezdaantii Maalii Proofeesar Aliyuu Saal waajjira isaaniitti simachuun mariisisan.…
Ayyaanni Cuuphaa Ityoophiyaa Galmee Hambaa Kiliyaa Addunyaatti galmaa’un walqabatee sagantaan…
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Ayyaanni Cuuphaa Ityoophiyaa Galmee Hambaa Kiliyaa Addunyaa tahuun Mootummoota Gamtoomanitti dameen Barumsaa, Saayinsiifi Aadaa UNESCO galmaa’uun…
Qaamni amanti bu’uura godhachuun miidhaa qaqqaabsiisu kamuu fudhatama hin qabu – Preezdaanti…
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahilwarq Zawdeen miidhaan mana amantaarratti raawwatamu kamuu fudhatama hinqabu jedhan.
Preezdaanti Saahilwarq kana kan jedhaan guyyaa…
Kitaabni “Gootota Misoomaa” obbo Abbaa Duulaa Gammadaan barreessan ebbifame
Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Kitaabni "Gootota Misoomaa" obbo Abbaa Duulaa Gammadaan barreessan kaleessa Hoteela Skaaylaayititti ebbifameera.
Kitaabichi bakka muummichi ministiraa…