Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin jaarsolii biyyaa naannoo Tigraayii fi Amaaraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Waltajjiin jaarsolii biyyaa naannoo Tigraayii fi Amaaraa gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin marii ummattoota, jaarsolii biyyaa fi hayyoota naannoo…
Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa Soomaalii Laand daawwate
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa Soomaalii Laand daawwate.
Jilichi sadarkaa itti aantuu preezdaantiitti qindeessituu kilaastara diinagdee…
Preezdaanti Isaayyas Afawarqii proojaktii Shaggar daawwatan
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Preezdaanti Isaayyas Afawarqii Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waliin piroojaktii misooma Inxooxxoo fi naannooshee daawwataniiru.
Daawwannaa…
Sagantaan simannaa Frewaynii Mabiraahtuu ni taasifama jedhame
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Sagantaan simannaa badhaasa “ Gootummaa” bara Faranjoota 2019 CNN kan injifatte Frewaynii Mabiraahtuu ni taasifama jedhame.
Bulchiinsi Magaalaa…
Paartiin Badhaadhinaa boordii filannoora beekkamtii argate
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Boordiin filannoo biyyaalessaa Ityoophiyaa haala gaaffiiwwaan galmee paartiiwwanirratti murtee garagaraa dabarseera.
Boordiin filannoo biyyaalessaa…
Guyyaan Farra Malaammaltummaa akka Naannoo Oromiyaatti kabajame
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Guyyaan Farra Malaammaltummaa akka Naannoo Oromiyaatti Magaala Adaamatti kabajameera.
Bakka bu'aan komishiinaraa komishiinii naamusaa fi farra…
Sababa garagaraan harkifatee kan ture adeemsi ijaarasa hidha Magac haala gaarirra jira
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Sababa garagaraan harkifatee kan ture adeemsi ijaarasa hidha Magac haala gaarirra jira jedhame.
Birrii biiliyoona 5.6 ijaaramaa kan jiru ijaarsi hidha…
Ijaarsa seeraan alaa fi weerara lafaa naannoo Hararii ittisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Ijaarsa seeraan alaa fi weerara lafaa naannoo Hararii raawwatamaa jiru ittisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Hogganaan Biiroo misoomaa magaalaa,…
Masaraa mootii Faasil suphuuf qorannoon Birrii miiliyoona 400 xumurame
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Gamoowwaan masaraa mootii Faasil suphuuf qorannoon Piroojaktii Birrii miiliyoona 400 xumuramuu bulchiinsi hambaalee idila addunyaa Gondar beeksise.…
Preezdaanti Saahilawarq Zawdee Frewaynii Mabiraahtuun simachuun mari’atan
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Preezdaanti Saahilawarq Zawdee badhaasa “ Gootummaa” bara Faranjoota 2019 CNN injifatte Frewaynii Mabiraahtuu simachuun mari’ataniiru.
Preezdaanti…