Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy bakka qonna magaalaa daawwatan
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC)- Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka qonna magaalaa daawwatan.
Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ministira Ministeera Innooveeshinii fi…
Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa baatii 5tti karoora ol galii walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa bara baajataa 2012tti Birrii biiliyoona 22 walitti qabuuf karoorsee, baatii shan keessatti Birri biiliyoona 10 walitti…
Waltajjiin ga’een dhaabbilee nageenyaa ce’umsa siyaasaa keessatti qaban gaaggeefamaa jira
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii ga’een dhaabbileen nageenyaa ce’umsa biyyatti keessatti qaban ilaalchisuun Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Qopheessummaa Instiitiyuutii…
Preezdaant Isaayyaas daawwii isaanii Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaanii deebi’an
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin daawwii isaanii Ityoophiyaa xumuruun har'a gara biyya isaanii deebi'aniiru.
Preezdaantichi…
Affeerraa irbaataa preezdaant Isaayyaas….
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Affeerraan irbaataa preezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqiif qophaa'e eda galgala Masaraa Mootummaatti mata duree "Boqonnaa seenaa waloo yaa kabajnu"…
Ityoophiyaanonni 84 Sudaanii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 84 Sudaanii gara biyyaa deebi'an.
Namoonni deebi'an kanneen faddaaltotaa fi daddabarsitoota namoota seeran alaa harka…
Hiriirri waamame beekkamtii mana maree dhimmoota Islaamummaan ala jedhame
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – hiriirri hordooftoonni amantaa Islaamaa karaalee miidiyaa hawaasaa garagaraan guyyaa har’aa akka gaggeessaniif waamame beekkamtii mana maree dhimmoota…
Ityoophiyaatti ijaarsa Imbaasii Eertiraatif dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Muddee 16, 2012 FBC) –Ityoophiyaatti ijaarsa Imbaasii Eertiraatif dhagaan bu'uuraa kaa'ame
Mootummaan Eertiraa imbaasii akka haaraatti magaalaa Finfinneetti…
Moojuulli seenaa Gaanfa Afrikaa fi Ityoophiyaarratti qophaa’e gamaaggamamaa jira
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) - Moojuulli seenaa Gaanfa Afrikaa fi Ityoophiyaa; barattootni yuunvarsiitii waggaa 1ffaa akka barataniif qophaa’e Finfinneettii gamaaggamamaa jira.…
MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas Bishooftuu fi Duukam daawwatan
Finfinnee, Muddee 16, 2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin hojiilee misoomaa magaalaa Bishooftuu daawwatan.
…