Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartiin Badhaadhinaa kan hojjetu dhalootaf malee filannoofii miti – MM Dr Abiy
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa kan hojjetu dhalootaf malee filannoofii miti jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Finfinneetti waltajjiin…
Manni maree ajandaawwan garagaraa dhiyaaterratti mari’ate
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Manni maree bakka bu’oota ummataa waltajjii idileesaa 8ffaa guyyaa har’aa gaggeessera.
Manni marichi waltajji idileessa guyyaa har’aan ajandaawwaan…
Imala badhaadhinaa keessatti abbootiin qabeenyaa ga’ee olaanaa qabu- obbo Shimallis
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Guyyaan abbootii qabeenyaa naannoo Oromiyaa magaalaa Finfinneetti mariidhan kabajamaa jira.
Waltajjicharratti kan argaman itti aanaan preezdaantii…
Waggaa 3ffaan Sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e booruu fi iftaan kabajama
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Waggaa 3ffaan Sirni Gadaa Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti galmaa’e booru Muddee 24 fi iftaan Muddee 25,2012 magaalaa Yaa’a Bal’ootti kabajama.…
Iluu Abbaa Booraatti mana duuban cufamee abidda qabsiifameen, lubbuun namoota afurii darbe
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booraatti mana duuban cufamee abidda qabsiifameen, lubbuun namoota afurii darbe.
Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii Godina Iluu…
Gosoonni nyaata 27 bakka itti oomishaman hin beekkamne gabaarra jiraachun himame
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Sona akka biyyaaleessatti taasifameen gosoonni nyaata bakki oomisha isaanii hin beekkamne gabaarra oola jiraachuu Abbaan Taayitaa To’annoo Nyaataa fi…
Injiinar Taakkalaan ijaarsa seeran alaa fi weerara lafaarratti tarkaanfii fudhatamurratti qaamolee…
Finfinnee, Muddee 22, (FBC) - Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman ijaarsa seeran alaa fi weerara lafaarratti tarkaanfii fudhatamurratti qaamolee dhimmi…
Boordiin daayreektara Trast Fandii Diyaaspooraa Ityoophiyaa qophii proojaktii xumuruu beeksise
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Boordiin daayreektara Trast Fandii Diyaaspooraa Ityoophiyaa qophii proojaktoota adda baasuu xumuruu beeksise.
Qophichaan proojaktoota 22 adda…
Balaa konkolaataa Godina Wallagga Lixaatti mudateen lubbuun namoota 14 darbe
Finfinnee, Muddee 22, (FBC) - Balaa konkolaataa godina Wallagga Lixaa aanaa Gidaamiitti mudateen lubbuun namoota 14 darbuun himame.
Balaan tiraafikaa kun har’a naannawa sa’aatii 5:00tti…
Waltajjiin marii jaarsolii biyyaa Afaarii fi Soomaalee xumurame
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii jaarsolii biyyaa Afaarii fi Soomaalee kaleessa Adaamaatti gaggeeffamuu eegale har'a xumurame.
Ministeerri Nageenyaa akka…