Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa jalqabaatin murteewwan dabarse
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga'iisaa jalqabaa kaleessa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse.
Paartichi addarraa gara…
ABUT yaa’ii waliigalaasaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Addi Bilisummaa Ummata Tigraay(ABUT) yaa’ii waliigalaasaa gaggeessaa jira.
Addichi yaa’ii dhaabbattummaasaa har'a Muddee 25 fi booru Muddee 26,2012…
Ministeerri Qonnaa FDRI oomishti qonnaan bulaa akka hin qisaasamne yaadachiise
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Ministeerri Qonnaa FDRI oomishti qonnaan bulaa akka hin qisaasamne yaadachiise.
Ministeerichi oomishti sassaabbame sirnaan akka kaa'amus dhaamera.…
Manni Maree Nageenyaa Dubartoota Biyyoolessaa hundaa’e
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Manni Maree Nageenyaa Dubartoota Biyyoolessaa hundaa'e.
Manni marichaa hundaa'uun kan ifoome Ministeerri Nageenyaa fi 'Jastiis foor Ool' fi…
Ityoophiyaanonni 102 Sudaanii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 102 Sudaanii gara biyyaa deebi'an.
Sudaanitti Imbaasiin Ityoophiyaa, Waajjira Ittisaa fi To'annaa Daddabarsa Namoota Seeran…
Ityoophiyaan lammiilee Soomaaliyaatif deeggarsa qorichaa laatte
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan lammiilee Soomaaliyaa balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsa qorichaa laatte.
Ityoophiyaan deeggarsa dawaa kana kan laatte…
Preezdaant Saahilawarq Liillii Yooseef waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoji gaggeessituu fi hundeessituu Faawundeeshinii Taanjabil Hoopp Liillii Yooseef waliin mari’atan.…
Agarsiisni bunaa idil addunyaa 2ffaan Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Agarsiisni, koonfaransii fi baazaariin bunaa idil addunyaa 2ffaan Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi.
Buna Ityoophiyaa gabaa addunyaatti beeksisuuf asxaan…
Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe.
Sirreeffamtoonni kanneen mana amala sirreessaatti naamusa gaarii kan agarsiisan ta'uu Abbaan…
Tasgabbiin dhabamuun hojii humnoota hokkara uumaniiti – ministeericha
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Dhaabbilee barnoota olaanootti sababiin tasgabbiin dhabamuu shira hojii humnoota hokkara umaniiti jedhe Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo FDRI.…