Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Muddee 27, 2012(FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ittiin isin ga'e jedhan.
Dooktar Abiy guyyaan dhalootaa…
Ummanni Ityoophiyaa nagaa fi tasgabbii buusuuf hojjechuu qabu – hoggantoota amantaa
Finfinnee,Muddee 27, 2012(FBC) – Ummanni Ityoophiyaa hundi nagaa fi tasgabbii buusuuf hojjechuu akka qaban dureewwan amantaa waamicha dhiyeessan.
Paatriyaarkiin Ortodooksii…
Qophii imala Hajjii fi Umraarratti mari’atame
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa Muuftii Hajii Umar Indiriis qophii imala Hajjii fi Umraarratti qondaala Saawdii Arabiyaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee paarkii Tokkummaa daawwatan
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee paarkii Tokkummaa daawwataniiru.
Preezdaant Saahilawarq wayita paarkicha daawwatan bakkeewwaan seenaa,…
MM Dr Abiy jiraattota godina Booranaa fi Gujii Lixaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad godina Booranaa fi Gujii Lixaa daawwatan.
Dooktar Abiy godina Booranaa magaalaa Yaa'a Balloo fi godina Gujii…
Sosochiin hirmaannaa ummataa hojii misooma sululaa bara 2012 ifoome
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Sosochiin misooma sululaa bara kanaa mata duree’ qabeenya uummamaa keenya badhaadhina keenyaaf’ jedhuun kan eegalamu ta’uu Ministeerri Qonnaa fi Qabeenyaa…
MM Dr Abiy Amajjii 2 fi 3 Afrikaa Kibbaa daawwachuufi
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaa daawwachuufi.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Amajjii 2 fi 3,2012 Afrikaa Kibbaa…
MM Dr Abiy hoggantoota paartii Badhaadhinaa waliin proojektoota Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad guyyaa kaleessaa miseensota kaabinee fi hoggantoota paartii Badhaadhinaa waliin proojektoota Finfinnee daawwatan.…
ABUT Paartii Badhaadhinaatti akka hinmakamne beeksise
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) - ABUT Paartii Badhaadhinaatti akka hinmakamne beeksise
Addi Bilisummaa Ummata Tigiraay (ABUT) walgahii ariifachiisaa guyyoota lamaaf gaggeessaa tureen…
Balaa konkolaataa Godina Booranaa Aanaa Dirreettii qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbe
Balaa konkolaataa Godina Booranaa Aanaa Dirreettii qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa Godina Booranaa Aanaa Dirreettii qaqqabeen…