Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidha Haaromsaarratti walga’iin teeknikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Hidha Haaromsaarratti walga'iin teeknikaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi har'a Muddee 29 fi booru Muddee…
MM Dr Abiy Riippabliika Giinii jiru
Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) -Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Riippabliika Giinii galaniiru.
Wayita Giinii Koonaakrii ga'anis preezdaantiin biyyattii Aalfaa…
MM Dr Abiy daawwii hojiitif gara Giinii Koonaakrii imalan
Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii hojiitif gara Giinii Koonaakrii imalan.
Daawwiin hojichaa hariiroo biyyoota lamaanii sadarkaa…
MM Dr Abiy jaarsolii, daa’immanii fi qaama miidhamtoota waliin ayyaana kabajan
Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jaarsolii, daa'immanii fi qaama miidhamtoota waliin Paarkii Tokkummaatti ayyaana Qiillee kabajan.
Muummee…
Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Kuwaatar waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Eetaamaajoorrin Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Kuwaatar waliin mari’atan.
Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI…
Ayyaanni dhaloota Iyyasuus Kiristoos (Qillee) kabajame
Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) – Ayyaanni dhaloota Iyyasuus Kiristoos (Qillee) guyyaa har’aa hordooftoota amantaa Kiristaanaan haala ho’aan kabajamaa oolera.
Ayyaanichi sirnoota amantaa…
Injiinar Taakkalaan ayyaana Qillee sababeeffachuun hojii tola ooltummaa Gannaan haadholii manneen…
Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) – Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa ayyaana Qillee sababeeffachuun hojii tola ooltummaa Gannaan haadholii manneen…
Ummanni duudhaalee gaggaarii gabbifate hedduu qaba- I/A/P/M/N/O obbo Shimallis
Itti aanaan preezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana dhaloota Yasuus Kiristoosin ittiin isin ga'e jedhan.
Ergaa guutun…
Maallaqa sobaarraa of eeggannaan taasifamuu qaba- poolisii
Finfinnee, Muddee 27, 2012(FBC) – Ummanni yakkaa fi maallaqa sobaarraa akka of eeggatu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee yaadachiise.
Gabaa ayyaanaa yoo baatan maallaqa sobaa…
Walga’iin teeknikaa Hidha Haaromsaa Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 27, 2012(FBC) – Hidha Haaromsaarratti walga'iin teeknikaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Finfinneetti gaggeeffama.
Waltajjichi Muddee 29 fi 30,2012 magaalaa…