Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Baalee, Booranaa fi Gujiitti Awwaannisa ittisuuf xiyyaaronni dabalataa ergaman
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Awwaanisa gammoojjii Godina Baalee, Booranaa fi Gujiitti uumaman ittisuuf xiyyaaronni dabalataa gara naannichaatti akka bobba’an Ministeerri Qonnaa ibse…
Ameerikaatti gargaaraan barreessaa dhimmoota Afrikaa Tiiboor Naazh Ityoophiyaa daawwachuufi
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Ameerikaatti gargaaraan barreessaa dhimmoota Afrikaa Tiiboor Naazh Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa shan daawwannaa ni taasisu.
Tiiboor Naazh…
Misooma Bunaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee,Amajjii 4, 2012 (FBC) – Bara kana misooma Bunaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Dooktar Girmaa Amanteen himan.
Duullii Buna dulloomee gamashuu godina Jimmaatti…
Manneen Jireenyaa waliinii kumni 38 yeroo dhiyootti jiraattootaaf ni dabarfamu
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfninnee Manneen jireenyaa waliinii ijaarsi isaanii xumuraman kuma 38 yeroo dhiyootti jiraattootaaf kan dabarsu ta’uu beeksise.…
Rakkoon qulqullina indaastirii ijaarsaa gufuu ta’eera jedhame
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Rakkoon qulqullina indaastirii ijaarsaa gufuu ta'uu Ministeerri Misooma Magaalaa fi Koonistiraakshinii beeksise.
Ministeerichi Inistiitiyuutii Qorannaa…
Abbootii fi dargaggoonni Gaamoo imala nageenyaa taasisuufi
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Abbootii fi dargaggoonni Gaamoo imala nageenyaa taasisuufi.
Marga jiidhaa qabachuun Amajjii 6 kaasee amma Amajjii 14,2012tti imala waliin jireenyaa fi…
Balaa duursanii eeruu fi ittisuurratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Balaa duursanii eeruu fi ittisuurratti waltajjiin taa'amaa jira.
Koomiishiniin Bulchiinsa Hoggansa Sodaa Balaa Federaalaa waltajjicha…
Eeyyamni jirraa ispoortii dhorkame
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Eeyyama jirraa(Beetiing) taphoota ispoortii kennuu yeroof dhaabuu isaa Bulchiinsi Lootorii Biyyaaleessaa Ityoophiyaa beeksise.
Dursaan garee kenna…
Sabbataattii Kilaashin 52 to’atame
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Magaalaa Sabbataattii konkoolataan Kilaashii 52 fe'ee magaalaa Finfinnee seenuuf ture to'atame.
Konkolaatichi Boongaarraa meeshaa waraanichaa fe’ee gara…
Waltajjiin buna bosonaa Ityoophiyaa ilaalchisuun Jaappaanitti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Waltajjiin buna bosonaa Ityoophiyaa ilaalchisuun Jaappaan Imbaasii Ityoophiyaatti gaggeeffame.
Waltajjii qophaa’e kanarratti buna bosonaa Ityoophiyaa…