Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Badhaasni Noobeelii nageenyaa fudhatama Ityoophiyaan qabdu kan guddisuudha- Hayyoota Siyyaasaa
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Badhaasni Noobeelii nageenyaa Muummeen Ministira Dooktar Abiy argatan fudhamata Ityoophiyaan sadarkaa idila addunyaatti qabdu kan guddisu ta’uu hayyoonni…
Duudhaalee guddisuu fi dhalootaf beeksisuun bu’aa qaba- hayyoota
Finfinnee, Muddee 1, 20102 (FBC) - Duudhaalee guddisuu fi dhalootaf beeksisuuf hojjetamuu akka qabu hayyoonni damichaa himan.
Duudhaalee biyyaaleessaa barootaaf turan guddisuu fi…
Qorannoon addaa dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa irratti taasiifamaa ture ifoome
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) –Qorannoon addaa Raapoortaraa jila Maaster Daaviid Kaayeeniin durfamu dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa Ityoophiyaa irratti torbee lamaaf taasiifamaa ture…
Obbo Shimallis preezdaantii Mana Maree Daldalaa Jibuutii fi miseensota mana marichaa waliin…
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) - Itti aanaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii Mana Maree Daldalaa Jibuutii fi miseensota mana marichaa…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gitasaanii Noorweey Eernaa Soolbarg waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gitasaanii Noorweey Eernaa Soolbarg waliin mari'atan.
Marichaanis dhimmoota hariiroo biyyoota isaanii…
Meeshaan Kontiroobaandii fi Doolaarri Ameerikaa Birrii miiliyoona 7.7tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Mudde 1, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Guumruukaa damee Kombolchaa meeshaa koontiroobaandii fi Doolaara Ameerikaa Birrii miiliyoona 7.7tti tilmaamamu to’ateera.
Konkolaataan…
Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa paartilee adeemsa galmeerra turaniif beekamtii laate
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa paartilee adeemsa galmeerra turaniif beekamtii laate.
Haaluma kanaan paartileen beekamtii fi waraqaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen jila Saawdii Arabiyaa waajjira isaaniitti simachuun mariisisan.
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen jila Saawdii Arabiyaa waajjira isaaniitti simachuun mariisisan.
Jilichi jijjiirramni Ityoophiyaatti gaggeeffaa jiru…
Biyya miidhaa dubartootaarraa bilisa taate uumuuf hunduu xiyyeeffannaan hojjechuu qaba jedhe…
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Biyya miidhaa dubartootaarraa bilisa taate uumuuf hunduu xiyyeeffannaan hojjechuu qaba jedhe Ministeerri Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa FDRI.…
Biyyoota Eesiyaatti Hidha Haaromsaarratti hubannaa uumuuf hojjetameera jedhe Indooneezhiyaatti…
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Biyyoota Eesiyaatti Hidha Haaromsaarratti hubannaa uumuuf hojjetameera jedhe Indooneezhiyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa.
Indooneezhiyaatti…