Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaatti misooma jallisiin lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 89 misoomsuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti misooma jallisiin lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 89 misoomsuuf hojjetamaa jira jedhame.
Naannichatti misooma jallisiin lafa…
MM Dr Abiy Ahimad ijaarsa daandii Marawwaa -Somooddoo -Saqqaa – Simooddoo – Limmuu…
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa daandii aspaaltii Marawwaa -Somooddoo -Saqqaa - Simooddoo - Limmuu jalqabsiisan.
Dooktar…
Oromiyaatti lafti misooma abaaboof fudhatame hin misoomne
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaa bakkee tokko tokkotti lafti misooma abaaboo babal'aaf fudhatame hin misoomne.
Faanaa Broodkaastiing Koorporeet daawwannaa godinoota…
Shakkamtoonni Birrii miiliyoona 2 ol waliin qabaman
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) - Bulchiinsa Magaala Shaashamanneetti qarshiin miiliyoona 2 fi kumni 200 ol qabamuu waajjira poolisii magaalichaa beeksise.
Maallaqichi kan dhaabbata…
Injiinar Azeeb Asnaaqaarratti himannaan baname
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC)- Injiinar Azeeb Asnaaqaarratti himannaan baname.
Hoji raawwachiistuu olaanaa Koorporeeshinii Humna Elektiriikaa Ityoophiyaa duraanii kan turan…
MM Dr Abiy bakka qonna magaalaa daawwatan
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC)- Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka qonna magaalaa daawwatan.
Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ministira Ministeera Innooveeshinii fi…
Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa baatii 5tti karoora ol galii walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa bara baajataa 2012tti Birrii biiliyoona 22 walitti qabuuf karoorsee, baatii shan keessatti Birri biiliyoona 10 walitti…
Waltajjiin ga’een dhaabbilee nageenyaa ce’umsa siyaasaa keessatti qaban gaaggeefamaa jira
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii ga’een dhaabbileen nageenyaa ce’umsa biyyatti keessatti qaban ilaalchisuun Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Qopheessummaa Instiitiyuutii…
Preezdaant Isaayyaas daawwii isaanii Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaanii deebi’an
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin daawwii isaanii Ityoophiyaa xumuruun har'a gara biyya isaanii deebi'aniiru.
Preezdaantichi…
Affeerraa irbaataa preezdaant Isaayyaas….
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Affeerraan irbaataa preezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqiif qophaa'e eda galgala Masaraa Mootummaatti mata duree "Boqonnaa seenaa waloo yaa kabajnu"…