Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni magaalaa Jimmaa motar saaykiloota bituun poolisoota magaalichaaf gumaachaan
Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) - Jiraattootni magaalaa Jimmaa qarshii 467,000n motar saaykiloota bituun polisoota magaalichaaf gumaacha taasisan.
Gumaacha kana kan taasisan jiraattoota…
Finfinneetti manneen jireenya ammayyaa’an abbootii qabeenyaa biyya keessaan ijaaramuufi
Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti ganda manneen jireenya ammayyaa'an abbootii qabeenyaa biyya keessaan ijaaramuuf jedhame.
Itti aanaan Kantiibaa…
Komishiiniin Poolisii Oromiyaa poolisoota baatii torbaaf leenjisaa ture eebbbisiise
Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) – Komishiiniin Poolisii Oromiyaa poolisoota ogummaa gara garaatiin baatii torbaaf leenjisaa ture eebbbisiise.
Sagantaa eebbaa kanarratti kan…
Jilli garee obbo Ahimad Shiideen durfamu daawwannaa hojii Chaayinaa taasise
Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) – Jilli garee obbo Ahimad Shiideen durfamu daawwannaa hojii Chaayinaa taasise
Jilli garee Ministiri Ministira Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu…
MNO miseensota poolisii leenjii addaa fudhatan ebbisiise
Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa miseensota poolisii leenjii addaa fudhatan ebbisiise.
Poolisoonni ebbifaman kanneen leenjii addaa loltummaarratti…
MM Dr Abiy Ahimad dhaabbaata tola ooltummaa Biraayit Istaar daawwatan
Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) - Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad dhaabbaata tola ooltummaa Biraayit Istaar daawwatan.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Finfinnee…
Lotoriin lammiitu lammiif miiliyoonni 34 caasaalee mootummaa harkatti hafe
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Lotoriin lammiitu lammiif miiliyoona 40 keessaa miiliyoonni 34 caasaalee mootummaa harkatti hafuu isaa Dooktar Abarraa Dheereessaa himan.
Lammiilee…
Shaashamanneetti Maallaqni seeraan alaa too’atame
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) -Bulchiinsa magaala Shaashamanneetti Birrii miiliyoonni lamaa fi kumni 200 ol qabamuu odeeffannoon Waajjira Poolisii Magaalichaa beeksise.
Maallaqichi kan…
Waltajjiin marii Sosochii misooma bunaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii Sosochii misooma bunaa ogeeyyii godinaalee fi aanaalee bunni keessatti oomishamaa jiru hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Hudhaawwan…
Waliigaltee Ityoophiyaa fi Saawdii Arabiyaatin baatiiwwan saddeettan darbanitti hojjettoonni kumni…
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC)- Waliigaltee Ityoophiyaa fi Saawdii Arabiyaatin baatiiwwan saddeettan darbanitti hojjettoonni manaa kumni 11 ol keessummeeffamaniiru.
Saawdii…