Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muummeen Ministiraa FDRI ergaa baga geessanii Ayyaana Qillee dabarsan
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad ergaa baga geessanii Ayyaana qillee dabarsan.
Dooktar Abiy Ahimaad hawaasa Addunyaa fi lammiilee…
Iityoo- Teeleekoom barattoota Yuunvarsiitiif deeggarsa maallaqaa taasisuuf
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Iityoo- Teeleekoom barattoota Yuunvarsiitii mootummaa keessatti baratan kuma 4’f deeggarsa maallaqaa taasiisuf akka ta’e ifoome.
Dhaabbanni Iityoo-…
Godinni Baalee godinaalee lamatti akka gurmaa’u kaabineen mootummaa naannoo Oromiyaa murteesse
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Kaabineen mootummaa naannoo Oromiyaa walga'iisaa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse.
Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Amajjii 2,2012 eegalee manneen seeraan ala ijaarramanirratti tarkaanfiin ni fudhatama
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Amajjii 2,2012 eegalee manneen seeraan ala ijaarramanirratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhe Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee.
Tarkaanfiin seeraa fudhatamus…
Dooktar Mulaatun mootii Saawdii Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI duraanii Dooktar Mulaatuu Tashooman mootii Saawdii Arabiyaa Salmaan Biin Abdul Aaziiz Al Saa'ud waliin mari'atan.
Dooktar…
Dirree Dawaan yaalii tajaajila geejiba biskileettii eegalte
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa yaalii tajaajila geejiba biskileetii ifatti eegalchistetti.
Magaalichatti tajaajila geejibaa fayyaarratti dhiibbaa hin…
Hariiroo diinagdee Ityoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa cimsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa Eedwaard Zoolasaa Maakaayaa waajjira isaaniiti simachuun…
Manni Maree Gorsaa Diinagdee Walabaa hundaa’ufi
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Mootummaan Mana Maree Gorsaa Diinagdee Walabaa hundaa'ufi.
Manni marichaa miseensota dhimma diinagdeerratti yaada gorsaa dhiyeessan 15 kan…
Paartichi fayyadamummaa ummataa mirkaneessuf kan hojjetu ta’uu ibse
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Fayyadamtummaa misoomaa haqa qabeessa ta'e mirkaneessuuf sirna diinagdee hammataa ijaaruuf kan hojjetu ta'uu Paartiin Badhaadhinaa beeksise.
Paartichi…
Mooxaatti miidhaa dhaabbilee amantaarratti ga’een hoggantoonni addaddaa to’ataman
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Magaalaa Mooxaatti Muddee 10, 2012 gubachuu dhaabbilee amantaarra qaqqabeen walqabatee hoggantoonni hojii addaddaa to’atamaniiru.
Naannoo Amaaraa godina…