Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa jalqabaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa har'a walga'iisaa jalqabaa gaggeessaa jira.
Paartichi addarraa gara paartii walitti…
ABUT yaa’ii waliigalaa waame
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Addi Bilisummaa Ummata Tigraay(ABUT) yaa'ii waliigalaa waame.
Addichi yaa'ii dhaabbattummaasaa booru Muddee 25 fi iftaan Muddee 26,2012 kan gaggeessu…
Injiiner Taakkalaa Uumaan barattoota Kompiiyuutara badhaasan
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Injiiner Taakkalaa Uumaan ayyaana Qillee sababeeffachuun barattoota Kompiiyuuta Taabileettii badhaasaniiru.
Itti aanaa kaantibaan magaalaa Finfinnee…
Rakkoolee invastimantii alaa harkisuu mudataa jiran furuuf waltajjiin qindoominaa hundaa’e
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC)- Rakkoolee invastimantii alaa harkisuu mudataa jiran furuuf waltajjiin qindoominaa hundaa’uun himameera.
Rakkoolee adeemsa invastimantii harkisuu mudataa…
Miseensoonni Komishinii Dhimmoota Eenyummaa fi Daangaa Bulchiinsa obbo Ristuu waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) - Miseensoonni Komishinii Dhimmoota Eenyummaa fi Daangaa Bulchiinsa Itti Aanaa Preezdaanti obbo Ristuu Yirdaw waliin dhimmoota naannoo fi…
Manni marichaa wixinee labsii yakka shororkeessummaa ittisuu fi to’achuuf dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii yakka shororkeessummaa ittisuu fi to’achuuf dhiyaate raggaasiseera.
Manni marichaa walga'ii bara hojii…
Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta’ee qulqullinaan hojjechuu qaba – MM Dr Abiy
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta'ee qulqullinaan guddina biyyaatif hojjechuu qaba jedhame.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waltajjii…
Paartiin Badhaadhinaa kan hojjetu dhalootaf malee filannoofii miti – MM Dr Abiy
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa kan hojjetu dhalootaf malee filannoofii miti jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Finfinneetti waltajjiin…
Manni maree ajandaawwan garagaraa dhiyaaterratti mari’ate
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Manni maree bakka bu’oota ummataa waltajjii idileesaa 8ffaa guyyaa har’aa gaggeessera.
Manni marichi waltajji idileessa guyyaa har’aan ajandaawwaan…
Imala badhaadhinaa keessatti abbootiin qabeenyaa ga’ee olaanaa qabu- obbo Shimallis
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Guyyaan abbootii qabeenyaa naannoo Oromiyaa magaalaa Finfinneetti mariidhan kabajamaa jira.
Waltajjicharratti kan argaman itti aanaan preezdaantii…