Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Afrikaa Kibbaa jiraatan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 2,2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Afrikaa Kibbaa jiraatan waliin mari'atan.
Dooktar Abiy daawwii isanii Afrikaa Kibbaatin…
Yuunvarsiitiin Harammaayaa barattoota 77 irratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitiin Harammaayaa barattoota badii raawwatanii argaman 77 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.
Yuunvarsiitiin Harammayaa barattoota…
Weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) –Weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Weerarri hoomaa Awwaannisa sababa jijjiirrama…
Karoorri dhiyeessii humna elektiriikaa Ityoophiyaa dachaa afuriin guddisu qophaa’e
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Karoorri dhiyeessii humna elektirikaa Ityoophiyaa dachaa afuriin guddisuu danda’u qophaa’uun ibsame.
Karoorri haaraan qophaa’e kun waggaa 10 keessatti…
Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti ijaarsii daandii kiilo meetirri 340 hojjetameera
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti ijaarsi daandii kiilo meetira 340 haaraa fi suphaan hojjetamuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Finfinnee…
Baatiin fayyaa haadholii sadarkaa biyyoolessaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajji 1, 2012 (FBC) – Baatiin fayyaa haadholii mata duree "Haati utubaa maatii fi biyyaatii." jedhuun sadarkaa biyyoolessaatti kabajamaa jira.
Baatichi sadarkaa…
Ityoophiyaa fi Jaappaan bu’uraalee misoomaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee walii…
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jaappaan bu’uraalee misoomaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee walii mallatteessan.
Sanada walii galtee kana konfaransii…
Daawwiin muummee ministiraa hariiroo Ityoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa ni cimsa- Ambaasaaddar Dr…
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwiin Afrikaa Kibbaatti taasisan hariiroon biyyoota lamaanii gara tumsa tarsiima'aatti kan ceesisu ga'ee olaanaa…
Duulli misooma suluulaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Duulli misooma suluulaa bara kaanaa akka naannoo Oromiyaatti hirmaannaa hawaasaatin godina Harargee Lixaa aanaa Gubbaa Qorichaa araddaa Ulaagaatti…
Walga’iin marii Hidha haaromsaarratti gaggeeffama ture waligaltee malee xumurame
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Walga’iin marii Hidha haaromsaarratti gaggeeffama ture waligaltee malee xumurame.
Hidha Haaromsaarratti walga’iin teeknikaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi…