Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obboo Gadduun marii dhimma Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamuuf Waashingtaan Diisii galan
Finfinnee, Amajjii 3, 2012 (FBC) - Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw marii dhimma Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamuuf Waashingtaan Diisii galaniiru.
Maricharratti…
Jilli hoggansa KFO magaalaa Hararitti ABOn galma barkumeetti ummata waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 3, 2012 (FBC) - Jilli hoggansa KFO magaalaa Hararitti Addi Bilisummaa Oromoo galma barkumeetti guyyaa har’aa ummata waliin mari'ate.
Marichaanis ummanni filannoo…
MM Dr Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa Afrikaa kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 3, 2012 (FBC) – Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa Afrikaa kibbaa waliin mari'atan.
Lammiileen Ityoophiyaa kumaatamaan lakkaawwaman Afrikaa…
MM Dr Abiy Ahimad Preezdaanti Afrikaa Kibbaa Raamaafoosaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 3, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Afrikaa Kibbaa Siiril Raamaafoosaa waliin mari’atan.
Gaggeessitoonni lameen marii…
Gamoon Waldaa Aksiyoonii Biiftuu Addunyaa eebbifame
Finfinnee, Amajjii 2,2012 (FBC)- Waldaan Aksiyoonaa Biiftuu Addunyaa gamoo Birrii miiliyoona 200 oliin Magaalaa Dirree Daawaatti ijaarsise eebbisiise.
Gamoon kun abbaa darbii 5 yoo…
Hojiin Misooma Sululaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti eegalame
Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Hojiin Misooma Sululaa fi Kunuunsa Qabeenya uummamaa bara 2012 Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti eegalamee jira.
Guyyaa har’aa hojiin misooma…
Fedhii geejjibaa guutuuf hojjetamuu qaba
Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Ummataaf Fedhii geejjibaa guutuu fi gaaffiilee damichaan ka’u deebisuuf hojjetamuu qaba jedhame.
Ministeerri Geejjibaa fi dhaabbileen qindoomaa…
Paartiin Badhaadhinaa guddina Ardii Afrikaaf ANC waliin ni hojjeta
Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa guddina Ardii Afrikaaf Paartii Koongiraasii Biyyooleessa Afrikaa Kibbaa (ANC) waliin murannoon kan hojjetu ta’uu Muummeen Ministiraa…
MM Dr Abiy Ahimad kabaja Ayyaana waggaa 108ffaa Paartii Koongiraasii Biyyooleessa Afrikaa Kibbaa…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad kabaja Ayyaana waggaa 108ffaa Paartii Koongiraasii Biyyooleessa Afrikaa Kibbaa irratti hirmaataa jiru
Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Daawwii…
Waltajjiin obbolummaa Amaaraa fi Afaar Samaraatti taa’ama
Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) - Waltajjiin hariiroo obbolummaa ummattoota Amaaraa fi Afaar cimsu har’aa fi booru magaalaa Samaraatti taa'ama.
Waltajjicharratti hirmaachuuf…