Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa duursanii eeruu fi ittisuurratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Balaa duursanii eeruu fi ittisuurratti waltajjiin taa'amaa jira.
Koomiishiniin Bulchiinsa Hoggansa Sodaa Balaa Federaalaa waltajjicha…
Eeyyamni jirraa ispoortii dhorkame
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Eeyyama jirraa(Beetiing) taphoota ispoortii kennuu yeroof dhaabuu isaa Bulchiinsi Lootorii Biyyaaleessaa Ityoophiyaa beeksise.
Dursaan garee kenna…
Sabbataattii Kilaashin 52 to’atame
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Magaalaa Sabbataattii konkoolataan Kilaashii 52 fe'ee magaalaa Finfinnee seenuuf ture to'atame.
Konkolaatichi Boongaarraa meeshaa waraanichaa fe’ee gara…
Waltajjiin buna bosonaa Ityoophiyaa ilaalchisuun Jaappaanitti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Waltajjiin buna bosonaa Ityoophiyaa ilaalchisuun Jaappaan Imbaasii Ityoophiyaatti gaggeeffame.
Waltajjii qophaa’e kanarratti buna bosonaa Ityoophiyaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee mana marichaarraa beekamtii argate
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee jireenya lammiilee geeddaruuf sochii taasisaa jiruuf beekamtii argate.
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI hojii…
Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawuraa Ityoophiyaatti daawwanaa hojii…
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawuraa Ityoophiyaatti daawwanaa hojiisaanii jalqabaa magaalaa Jigjigaa taasifataniiru.
Piitar…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa magaalota Chaayinaa 3tti balallii haaraa eegaluufi
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa magaalota Chaayinaa 3ttii balalii haaraa eegaluufi jedhame.
Balaliin haaraan kun gara magaalota Choongikiing,…
Hanqina dhiyeessii simintoo furuuf hojjetamuu akka qaba
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) –Hanqina dhiyeessii simintoo furuuf hojjetamuu akka qabu himame.
Dhiyeessiin simintoo hanqina qabaachuu bira darbee gatiin isaa dabaluun damee ijaarsaa…
Koonfaransii sosochii nageenya tiraafikaa Adaamaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Koonfaransiin sosochii nageenya tiraafikaa magaalaa Adaamatti gaggeeffameera.
Koonfaransichi qopheessummaa Abbaa Taayitaa Geejibaa Oromiyaa fi…
MM Dr Abiy daawwii isaanii biyyoota Afrikaa xumuruun gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii isaanii biyyoota Afrikaa xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru.
Dooktar Abiy Ahimad Muddee 28,2012…