Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waajjirri Muummee Ministiraa muudama laate
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) - Waajjirri Muummee Ministiraa muudama laate.
Haaluma kanaan;
1. Obbo Ahimad Tusaa; daayreektara olaanaa Abbaa Taayitaa To'ataa…
Misooma sululaatiin lafa hektaara miiliyoona 2.1 misoomsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) - Hojiin misooma sululaa godinaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti itti fufuu isaa Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise.
Hojiin misooma…
Preezdaant Saahilawarq, Piitar Maawuraa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawuraa waliin mari’atan.
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen…
Manneen daldalaa naannoo Piyaassaa 7 irra balaan ibiddaa qaqqabe
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa magaalaa Araadaa aanaa 10 naannoo Piyaassaatti manneen daldalaa 7 irra balaan ibiddaa qaqqabuun himame.
Guyyaa…
Koomiishiniin Poolisii Federaalaa miseensotaa fi hoggansa kabachiisa seeraa fi nageenyaa ebbisiise
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) –Koomiishiniin Poolisii Federaalaa miseensotaa fi hoggansa kabachiisa seeraa fi nageenyaa leenjisaa ture ebbisiise.
Koomiishinichi miseensotaa fi hoggansa…
Waltajjiin hoggansa liigii dubartoota Paartii Badhaadhinaa taa’amaa jira
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Hoggansa liigii dubartoota Paartii Badhaadhinaatif yaada ida'amuu fi ittiin bulmaata paartichaarratti leenjiin laatamaa jira.
Waltajjiin…
Abbootii fi Dargaggoonni Gaamoo Imala nageenyaa eegalan
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Abbootii fi dargaggoonni Gaamoo imala nageenyaa eegalan.
Marga jiidhaa qabachuun Amajjii 6 kaasee hanga Amajjii 14,2012tti imala waliin jireenyaa fi…
Guyyaa filannoo bara 2012 murteessuuf mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 6 ,2012 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa guyyaa filannoo bara 2012 murteessuuf marii gaggeessaa jira.
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa guyyaa filannoo…
Badhaadhina Ityoophiyaa dhugoomsuuf ga’een dubartootaa fi haadholii olaanadha- MM Dr Abiy
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) - Waltajjiin dubartootaa sadarkaa magaalaa Galma Barkumeetti taa'amaeera.
Waltajjichi mata duree " Gamtooman gara badhaadhinaa" jedhuun…
Jilli obbo Awwal Aarbaa fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddari Ameerikaa Maayk Raaynar durfamu Eertaalee…
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Jilli Preezdaanti mootummaa Naannoo Affaar obbo Awwal Aarbaa fi Ityoophioyaatti Ambaasaaddari Ameerikaa Maayk Raaynar durfamu Volkaanoo Eertaalee…