Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barattootni Mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaa 25 carraa barnoota bilisaa argatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Barattootni Mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaa 25 carraa barnoota bilisaa argatan.
Barattoonni kanneen gara dhaabbilee barnoota olaanoo Duubaay carraa…
Ayyaanni Cuuphaa rakkoo nageenyaa malee akka kabajamu qophiin taasifameera- poolisii
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Ayyaanni jala bultii fi Cuuphaan rakkoo nageenyaa malee akka kabajaman qophiin taasifamuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise.
Itti…
Barattoota Kuma 35 ol Yuunvarsiitiwwan gadi dhiisaanii bahan deebisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Barattoota kuma 35 ol Yuunvarsiitiwwaan gadi dhiisaanii bahan deebisuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo…
Tajaajila bittaa fi dhabamsiisa qabeenya mootummaa si’ataa taasisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) - Tajaajila bittaa fi dhabamsiisa qabeenya mootummaa si'ataa taasisuuf hojjetamaa jira jedhame.
Tajaajila bittaa fi dhabamsiisa qabeenya mootummaa si'ataa…
Waltajjiin marii hayyootaa magalaa Hoossaa’inaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii hayyootaa dhalattoota naannoo Kibbaa magalaa Hoossaa’inaatti gaggeeffamaa jira.
Hogganaan waajjira Paartii Badhaadhinaa naannichaa obbo…
Ministeerri Nageenyaa hoggantootaa fi koomiishinaroota nageenyaa fi bulchiinsa naannolee waliin…
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa hoggantootaa fi koomiishinaroota nageenyaa fi bulchiinsa naannolee waliin mari'ate.
Ministeerichi maanuwaalii raawwachiisaa gorsaa…
Mariin Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gaggeessaa turan xumurame
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) - Mariin Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gidduutti gaggeeffamaa ture bu’aa gaariin xumuramuun ibsame.
Jilli ministiroota bishaanii fi…
Ministeerichi, Beet Eeniiy waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Ministeerri Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa dhaabbata deeggarsaa Beet Eeniiy jedhamu waliin waliigaltee mallatteesse.
Waliigaltichi…
Ministiroonni dhimma alaa fi bishaanii Ityoophiyaa, Gibtsii fi Sudaan preezdaant Doonaald Traamp…
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Ministiroonni dhimma alaa fi bishaanii Ityoophiyaa, Gibtsii fi Sudaan preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp waliin mari'atan.
Marichi…
Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI daawwannaa tasaa gaggeessaa jiru
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI daawwannaa tasaa manneen murtii federaalaatti gaggeessaa jiru.
Miseensonni koree dhaabbii seeraa,…