Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan ministira Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Briitaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan ministira Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Briitaaniyaa Aalook Shaarmaa, akkasumas hoggansa…
Ityoophiyaa fi Emmireetonni Arabaa Gamtooman hariiroo isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil itti aanaa muummee ministiraa fi ministira Ministeera Biyya Keessaa Emmireetota Arabaa…
Sudaanii fi Ityoophiyaan tumsa damee nageenyaa fi raayyaa ittisaarratti waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) –Sudaanii fi Ityoophiyaan tumsa damee nageenyaa fi raayyaa ittisaarratti waliin hojjechuuf waliigalan.
Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Hambaalee kunuunsuun eeggachuun barbaachisaadha -preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ayyaana Cuuphaa galmee hambaa kiliyaa addunyaarratti galmaa'e kunuunsuun caalmaan beeksisuun murteessadha jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…
Obbo Dammaqaan yaa’ii invastimantii Briitaaniyaa-Afrikaarratti hirmaatan
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan yaa'ii invastimantii Briitaaniyaa - Afrikaarratti hirmaatan.
Itti aanaan muummee…
Ayyaanni Cuuphaa kabajame
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Jaalalaa fi tokkummaa biyyaa itti fufsiisuuf hunduu harka walqabatee socho'uu qaba jedhan paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa qulqulluu…
Koreen teeknikaa Hidha Haaromsaa muummee ministiraa Dooktar Abiyyiif ibsa laate
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Koreen teeknikaa Hidha Haaromsaa guutinsa bishaanii fi raawwii hojiirratti muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif ibsa laate.
Korichi…
Jilli Eertiraa Ayyaana Cuuphaa kabajuuf magaalaa Gondar galan
Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) – Jilli Eertiraa Ayyaana Cuuphaa kabajuuf magaalaa Gondar galaniiru.
Jilli kun buufata xiyyaara Tewodroos Gondar si’a ga’u itti aantuun kantiibaa…
Ayyaanni Cuuphaa kutaalee biyyatti garagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Ayyaanni Cuuphaa guyyaa har’aa hordooftoota amantaa kiristaanaan kutaalee biyyatti garagaraatti sirna ho’aan kabajamaa jira
Ayyaanichi naannoo Amaaraa…
Ergaa itti aanaan preezdaantii MNO obbo Shimmallis ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Ergaa itti aanaan preezdaant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun dabarsan.
Duraan dursee, hordoftoota…