Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin ambaasaaddaroota Afrikaa 39ffaan Finfinneetti eegalame
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Walga’iin ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa 39ffaan Finfinneetti eegalame.
Waltajjichi walta’iinsa Koomiishinii Gamtaa Afrikaa fi mootummaa…
Balaa ayyaana Cuuphaa Goondar irratti ga’een lubbuun namoota 10 darbuun himame
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Abuuna Maatiyaas maatii namoota kabaja ayyaana Cuuphaa Goondar irratti lubbuu isaanii dhabaniif jajjabina hawwan.…
Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz yaa’ii idileesaa 10ffaa, bara hojii 5ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa turtiisaa ganamaatin…
Koontiraaktaroota Hidha Haaromsaa hojjetan waliin mari’atame
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Ministirri Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Silashii Baqqalaan koontiraaktaroota Hidha Haaromsaa hojjetaa jiran waliin mari'ate.
Marii…
Ityoophiyaan damee siiviil aviyeeshiniitin fooyya’iinsa agarsiisaa jirti
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan damee siiviil aviyeeshinii idil addunyaatin yeroodhaa gara yerootti fooyya’iinsa agarsiisaa jiraachuun ibsameera.
Ministir deettaan…
Ministeerri Geejibaa FDRI Mana Maree Qindoomina Qooda Fudhattoota Geejibaa hundeessufi
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Ministeerri Geejibaa FDRI Mana Maree Qindoomina Qooda Fudhattoota Geejibaa hundeessufi.
Ministirri Geejibaa FDRI aadde Daagmaawiit Mogas…
Proojektiin daandii Malkaasaa – Matahaaraa, Abboomsaa, Asakoo – Diibuus rakkoo…
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Proojektiin daandii Malkaasaa - Matahaaraa, Abboomsaa, Asakoo - Diibuu qaamooleen dhimmi ilaallatu qindoominaan hojjechuu dhabuu isaaniitiin harkifachuun…
Raawwiin hojii seektaroota mootummaa naannoo Oromiyaa gamaaggamamaa jira
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii seektaroota mootummaa naannoo Oromiyaa kan ji’a jahaa Waajjira Preezidaantiitti gaggeeffamaa jira.
Gamaggama raawwii hojii…
Obbo Dammaqaa Makoonnan Booris Joonsan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan muummee ministira Biriitaaniyaa Booris Joonsan waliin mari’atan.
Itti aanaan…
Preezdaant Saahilawarqii fi mm Dr Abiy boqachuu Sulxaana duraanii Oomaanin gadda itti…
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdee fi muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Sulxaana duraanii Oomaanin gadda itti dhaga'ame ibsan.
…