Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kolleejjiin Poolisii Oromiyaa qorattoota yakkaa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Kolleejjii Poolisii Oromiyaatti Wiirtuun Leenjii Tooftaa Loltummaa Awaash Bishoollaa qorattoota yakkaa leenjisaa ture eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti…
Itiyoophiyaan walga’ii hoggantoota gumurukaa miseensa BRICS irratti hirmaatte
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan walga’ii hoggantoota gumurukaa biyyoota miseensa BRICS Raashiyaa Moskootti gaggeeffamerratti hirmaatte.
Walga’icharratti biyyoota miseens…
Fooramiin Magaalota Afrikaa boru Finfinneetti gaggeeffamuu eegala
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Fooramiin Magaalota Afrikaa jalqabaaf boruu Finfinneetti gaggeeffamuu eegala.
Fooramichi mata duree “Misoomaa Magaalotaa Waaraa Ajandaa Ce’umsaa Afrikaa…
Ayyaana sababeeffachuun Shaggaritti baazaarii fi agarsiisni daldalaa bakkoota 6’tti banaman
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Magaalaa Shaggaritti ayyaana waggaa sababeeffachuun baazaarii fi agarsiisni daldalaa bu’aalee qonnaa fi industirii baname.
Sirna eegalchiisaa…
Dabtarri Herregaa Daandii Qilleensichaa Damee Asmaraa cufamuun balalii addan kutuuf sababa jedhame
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Dabtarri herregaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Damee Asmaraa guutummatti ugguramuun balalii garasitti taasifamu dhaabuuf sababa tokko ta’uu daandichi…
Ayyaanatti hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hinmudanneef hojjetamaa jira-BDO
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Ayyaana waggaatti hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaagaraa akka hinmudanneef hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksise.
Ayyaanichaaf…
Sagantaan Ce’umsa Siviil Aviyeeshinii Biyyaalessaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Siviil Aviyeeshinii Itiyoophiyaa damee Aviyeeshinii sadarkaa caalutti ceesisuuf Sagantaa Ce’umsaa Siviil Aviyeeshinii Biyyaalessaa ifoomse.…
Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Sidaamaatti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waltajjii ajandaa walitti qabuu Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessaa ture xumuruu beeksise.…
Humna oomishtummaa Warshaa Sukkaaraa Fincaa’aa guddisuuf mootummaan ni hojjeta-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Humna oomishtummaa Warshaa Sukkaaraa Fincaa’aa guddisuun rakkoo uummataa furuuf mootummaan kan hojjetu ta'uu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo…
Obbo Maammoo Miratuun Biil Geet waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Obbo Maammoo Miratuun, Hundeessaa fi Dura Taa’aa Faawundeeshinii Meeliinaa fi Biil Geetis waliin mari’ataniiru.…