Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waggoottan darban lafti heektaarri miiliyoonni 10 hojiiwwan misooma sululaatin uwwifameera
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Waggoottan darbanitti lafti heektaarri miiliyoona 10 ta’u hojiiwwan misooma sululaan uwwifamuu Ministeerri Qonnaa FDRI beeksise.
Naannolee hundatti…
Jirraan ispoortii dhaabbachuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Taphni jirraa maqaa ispoortitiin (Betting) eegalame qumaaratti geeddaramaa jiraachuu isaatin dhaabbachuu akka qabu ibsame.
Dargaggoota rakkoo…
Ityoophiyaan Afrikaatti nageenyi waaraan akka bu’uu fi hidhanni diinagdee akka cimu ni…
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Afrikaatti nageenyi waaraan akka bu'uu fi hidhanni diinagdee akka cimu kan hojjettu ta'uu itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa…
Gamtaan Awrooppaa hojii filannoon duraa fi boodarratti tumsa akka taasisu gaafatame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Gamtaan Awrooppaa filannoon duraa fi filannoon booda tumsa barbaachisaa akka taasisu gaafatame.
Gamtichi ga'ee taajjabdummaatin ala,…
Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu gaafatame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu koreen dhaabbii dhimmoota seeraa, haqaa fi demokraasii Mana Maree Bakka Bu'oota…
Obbo Dammaqaan ministira Diinagdee Emmireetota Arabaa Gamrtooman Sulxaan Biin Sayid Al Mansuurii…
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan ministira Ministeera Diinagdee Emmireetota Arabaa Gamrtooman Sulxaan Biin Sayid Al Mansuurii…
MM Dr Abiy bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari'ataniiru.
Waltajjicharratti bakka buutonni…
Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee…
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee dhumaa qopheessuuf Kaartuumitti walga'aniiru.…
Paarkiiwwan bashannanaa 24 ummataaf banaa ta’uufi
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti kan argaman paarkiiwwan bashannanaa 24 ummataaf banaa ta’ufi jedhame.
Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiiner Takkaalaa…
Kaffaltii daandiiwwanii irraa galii Birrii miilliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 92 walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Interpiraayiziin kaffaltii daandiiwwanii Ityoophiyaa walakkeessa waggaa jalqabaa bara 2012tti galii Birrii miilliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 92 walitti…