Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daddabarsa namootaa seeraan alaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan daddabarsa namootaa seeraan alaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuun ibsame.
Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI…
Preezdaant Ismaa’eel Oomar Giilleen waliigaltee Hararii fi Artaa dinqisiifatan
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Jibuutii Ismaa'eel Oomar Giilleen waliigaltee magaalaan Hararii fi Artaan taasisan dinqisiifatan.
Preezdaant Ismaa'eel Oomar…
Manni Maree Ministirootaa murteewwan addaddaa dabarse
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga'ii idilee 78ffaa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse.
Manni marichaa wixinee Mana Maree Waliigalaa Dhimma…
Waltajjiin turizimii deemsa gara Ityoophiyaa jedhu gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Waltajjiin turizimii deemsa gara Ityoophiyaa jedhu Keeniyaatti gaggeeffameera.
Waltajjicha Keeniyaatti Imbaasii Ityoophiyaa fi…
Yuunvarsiitiin Baahir Daar barattoota hojii baruu fi barsiisu booressan 21 irratti tarkaanfi fudhate
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiin Baahir Daar barattoota hojii baruu fi barsiisu booressan 21 irratti tarkaanfi fudhateera.
Yuunvarsiitichi kutaalee barnoota tokko…
Jibuutii fi Oromiyaan hariiroo misoomaa fi diinagdee waloo cimsuuf hojjechaa jiru
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Jibuutii fi naannoon Oromiyaa hariiroo misoomaa fi diinagdee waloo cimsuuf hojjechaa jiru.
Jilli Mana Maree Daldalaa Jibuutiin duurfamu daawwii hojii…
Jaappaan Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Shaambuu deeggarte
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Jaappaan sadarkaa Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Shaambuu ammayyeessuuf deeggarsa laatte.
Mootummaan Jaappaan deeggarsa Doolaara Ameerikaa…
Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffameef dhaabbachuu qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffamee fi itti gaafatamumma irra kaa’ame qixaan ba’achuu akka qabu ibsame.
Manni Maree Bakka…
Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa booru eegaleet gaggeessa
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa booruu eegalee guyyoota sadiif kan gaggeessu ta’a.
Yaa’ichi gabaasa raawwii…
Ityoophiyaa fi Kuweet waliigaltee hojii walii mallatteessuuf mari’achaa jiru
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Kuweet marii waliigaltee hojjetaa walii mallatteessuu isaan dandeessisu mallatteessan.
Jilli diippiiloomaasii imbaasii Ityoophiyaa…