Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggansa jijjiirrama eegalame itti fufsiisu ga’oomsuuf hojjetamaa jiraachuu Paartiin…
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Hoggansa jijjiirrama eegalame itti fufsiisu ga'oomsuuf hojjetamaa jiraachuu Paartiin Badhaadhinaa beeksise.
Leenjiin hoggansi paartichaa sadarkaa…
Eejansii haaraa nyaata barattootaa hundaa’eef miseensoonni boordii filataman
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Eejansii haaraa nyaata barattootaa hundaa’eef miseensoonni boordii kutaa hawaasaa garagaraa irraa namoonni 23 filataman.
Miseesoonni boordii…
Giddugalli sakkata’iinsa paampii bishaanii xixiqqaa fi motarootaa baname
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Dhaabbata Madaaallii Ga’umsa Ityoophiyaatti Gidduugalli Sakkata’iinsa Paampiiwwan Bishaan harkisan xixiqqaa fi motarootaa baname.
Ministir deettaan…
Ityoophiyaan vaayrasii noovil koornoo ittisuu fi to’achuuf hojjechaa jirti- inistiitiyuuticha
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Vaayrasiin noovil koornoo Ityoophiyaatti miidhaa akka hin qaqqabbsiisne hojiin ittisaa fi to'annoo hojjetamaa jiraachuu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Jilli garee daldalaa Jibuutii Zoonii Industirii Bahaa fi Buufata Gogaa Mojoo daawwate
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Jilli garee daldalaa Jibuutii Zoonii Industirii Bahaa fi Buufata Gogaa Mojoo magaala Duukamitti argamu daawwateera.
Ityoophiyaatti daawwanaarra kan…
Obbo Gadduun dureewwan godina Kibba Walloo waliin mari’achaa jiru
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Obbo Gadduu Andaargaachaw dureewwan godina Kibba Walloo waliin mari’achaa jiru.
Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaw hojiiwwan misooma…
Manni Maree Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise.
Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan…
Manni marichaa qorannoo dhimmoota imaammataa 30 ifoomse
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Waldaalee Daldalaa fi Dameewwanii Magaalaa Finfinnee qorannoo dhimmoota imaammataa daldalaa fi gamtaa damichaatin walqabatanirratti…
Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa gaggeessuu eegale.
Yaa’ichi oolmaa isaa guyyaa har’aatin wixinee labsii…
Wixinee labsii misooma albuudaa irratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Amajjii 15, 2012(FBC) -Caffeen Oromiyaa wixinee labsii misooma albuudaa irratti qooda fudhattoota waliin marii gaggeessaa jira.
Caffeen Oromiyaa labsii misooma albuudaa…