Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan dhibee Qurcii addunyaa 21ffaan kabajame
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Guyyaan dhibee Qurcii addunyaa 21ffaan har’a kabajameera.
Guyyaan dhibee Qurcii addunyaa 21ffaan kun mata duree ‘tajaajila jaalalaa fi dhugaa hunda…
MM Dooktar Abiy Eeritraa daawwachuufi
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad Eeritraa daawwachuuf akka ta’e beeksisan.
Daawwannaa isaaniin Preezdaantii Eeritraa Isaayyaas Afawarqii fi…
Lammiileen Ityoophiyaa miiliyoonni 7 deeggarsa namoomaa ni barbaadu
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa miiliyoonni 7 hanga Waxabajjii bara 2012tti deeggarsa namoomaa nyaatan alaa kan barbaadaan ta’uu Komishiniin Hoggansa Balaa…
Baankiin daldala Ityoophiyaa wiirtuu diijitaalaa kan jalqabaa bane
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) -Baankiin daldala Ityoophiyaa wiirtuu diijitaalaa biyyattiif kan jalqabaa ta’e guyyaa har’a baneera.
Wiirtuun diijitaalaa haaraan kun maashinoota…
Jijjiirraan bara haaraa saba Geedi’oo ayyaanni Daraaroo magaalaa Diillaatti kabajama jira
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Jijjiirraan bara haaraa saba Geedi’oo ayyaana Daraaroo magaalaa Dillaatti kabajamaa jira.
Ayyanicharratti Itti aanaa preezdaanti mootummaa naannoo…
Birriin miiliyoona 100 ol baasii kan itti ta’e Buufanni Gogaa Warataa torbee dhufu eebbifama
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Birriin miiliyoona 100 ol baasii kan itti ta’e Buufanni Gogaa Warataa marsaan jalqabaa torbee dhufu eebbifama.
Dhaabbata Tajaajila Lojistikii Galaanaa…
Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Itti aanaan itti gaafatamaa Wajjira Paartii…
Ijaarsi proojaktii misooma sukkaaraa Xaanaa Balas haala gaarirra akka jiru ibsame.
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Ijaarsi proojaktii misooma sukkaaraa Xaanaa Balas haala gaarirra akka jiru ibsame.
Proojaktichi rakkoo qulqullina ijaarsaa fi harkifannaan maqaan isaa…
Manni maree naannoo Tigraay yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Manni maree naannoo Tigraay yaa’ii idilee marsaa 18ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeesuu eegaleera.
Ya’iichi guyyoota shaniif magaalaa Maqalee,…
Daldaltoonni dubartootaa nageenya biyyaatif ga’ee isaanii ba’achuu qabu jedhame
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Daldaltoonni dubartootaa kabajamuu nageenya biyyaatif ga'ee isaanii akka ba'atan Ministeerri Nageenyaa dhaame.
Waltajjiin 'hawaasni daldalaa…