Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa sektaroota sadii gamaaggame
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa bara 2012 sektaroota sadii gamaaggameera.
Koreen kun,…
Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru…
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru Waashingitanitti ni mari’atu.
Ministeroonni Dhimma Alaa…
Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa boru ni gaggeessa
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa bara hojii 5ffaa guyyaa boruu ni gaggeessa.
Manni marichi walga’iisa guyyaa boruun…
Obbo Duubeen Komiishinara Itti Aanaa Komiishinii Ispoortii Federaalaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Obbo Duubee Jiloo Komiishinara Itti Aanaa Komiishinii Ispoortii Federaalaa ta'uun muudaman.
Obbo Duubee Jiloo waggoota kudhaniif Daayrektara Tekinikaa…
MM Abiy preezdaant Ertiraa Isaayyaas Afawarqii fi Preezdaant Mahaammad Abdulaahii waliin mari’aatan
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad preezdaant Ertiraa Isaayyaas Afawarqii fi Preezdaant Mahaammad Abdulaahii waliin mari’aatan.
Marichi…
Gorsitoonni Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti gargaaraa…
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Gorsitoonni Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti gargaaraa barreessaa dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar Tiiboor…
Mariin invastimantii naannoo Oromiyaa Finfinneetti gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Mariin dhimma invastimantii naannoo Oromiyaa abbootii qabeenyaa damicharratti bobba'anii jiranirratti Waajjira Preezdaantii Oromiyaatiin qophaa'e…
Hokkara magaalaa Hararitti uumameen walqabatee shakkamtoonni 87 to’ataman
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Magaalaa Hararitti waqtii ayyaana Cuuphaa hokkara uumameen walqabatee shakkamtoonni 87 to’annoo jala oolaniiru.
Hogganaan Biiroo Nageenya mootummaa…
Jilli garee obbo Gadduun durfamu gara Ameerikaa imale
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) –Jilli garee Ministira dhimmaa alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw durfamu gara Ameerikaa imale.
Jilichi bu’uuruma waliigaltee kanaan dura haala…
MM Dooktar Abiy Asmaraa galan
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad magaalaa guddittii Eeritraa Asmaraa daawwannaaf galan.
Preezdaantiin Eeritraa Isaayyaas Afawarqii simannaa…