Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gannaalee Daawwaa III Amajjii 26,2012 humna maddisiisuu eegala
Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Gannaalee Daawwaa III Amajjii 26,2012 humna maddisiisuu eegala.
Maddi anniisichaa meeggaa waatii 254 maddisiisuu danda'a jedhameera.…
Waggaa 3 dura Riqichi guyyaa eebbaa dhabame ammas ijaarramaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 20,2012(FBC)- Waggaa 3 dura magaalaa Adaamaatti Riqichi ijaarrame jedhame guyyaa eebbaa dhabamee ture ammas bifa haaraan ijaarramaa jira jedhame.
Waggaa 3…
Manni maree naannoo Tigraay muudama namoota lamaa raggaasise
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa naannoo Tigraay muudama namoota lamaa raggaasise.
Manni marichaa yaa’ii idilee 18ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessaa…
“Dhimma barattoota ugguramanirratti gareen qorannaa sadi hundaa’ee hojjechaa…
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – "Mootummaan dhimma barattoota ugguramaniirratti itti gaafatamtummaan hojjechaa jira." jedhan itti gaafatamaan prees sakreetarii Waajjira Muummee…
Finfinneetti walakkaa waggaatti dargaggoota kuma 104 carraan hojii uumamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti walakkaa waggaa kanaatti dargaggoota kuma dhibba 1 fi kuma 4f carraan hojii uumamuun ibsame.
Baatiiwwan 6n darbanitti…
Jilli ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaan duurfamu daawwannaaf Faransaay jira
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Jilli Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaatin duurfamu daawwannaaf Faransaay jira.
Daawwannaa kanaan itti gaafatamtoota…
Dhaabbileen barnootaa dhaloota biyya ijaaru uumuuf hojjechuu qabu
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Dhaabbileen barnootaa dhaloota biyya ijaaru uumuu keessatti qooda qaban ba'achuuf hojjechuu qabu jedhame.
Ministeerri Aadaa fi Turiizimii dhaabbilee…
Soomaaleetti shakkamtoonni karaa seeraan alaa shugguxii daddabarsan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Naannoo Soomaaleetti shakkamtoonni karaa seeraan alaa shugguxii daddabarsan guyyaa kaleessaa to’annoo jala oolaniiru.
Humni addaa naannoo Soomaalee…
Mariin Hidha Haaromsaa Ameerikaatti kaleessa eegalame har’as itti fufuun gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Mariin Hidha Haaromsaa Ameerikaatti kaleessa eegalame har'as itti fufuun gaggeeffamaa jira.
Walga'iin ministiroota Dhimma Alaa Ityoophiyaa,…
Newuzlaand filannoo biyyoolessaa gaggeeffamuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 1.6 taasifte
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Newuzlaand filannoo biyyoolessaa gaggeeffamuuf Doolaara Ameerikaa miiliyoona 1.6 taasifteetti
Bakka bu’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Tuurhaan…