Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggansi Paartii Badhaadhinaa Iistarn Indaastirii Zoon daawwatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Hoggansi Paartii Badhaadhinaa Iistarn Indaastirii Zoon daawwatan.
Hoggansi paartichaa magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti leenjirra jiran magaalaa…
Hoomaa awwaannisaa mudate ittisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Hoomaa awwaannisaa mudate ittisuuf xiyyaaraan keemikaalli biiffamaa jira.
Hoomaan awwaannisaa naannoolee biyyatti garagaraa keessatti kan mudate yoo…
Ijaarsi daandii Buufata Konkolaataa – Massaalamyaa – 18 eegalame
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Ijaarsi daandii Buufata Konkolaataa - Massaalamyaa - 18 eegalame.
Daandichi kiilo meetira 3.4 kan uwiisu yammuu ta'u, bal'ina meetira 40…
Magaalaa Aarbaa Mincitti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 35 to’atame
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Magaalaa Aarbaa Mincitti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 35 ol to’atamuu poolisiin beeksise.
Baalli sammuu namaa hadoochu kun konkolaataan…
Deeggarsa namoomaa Ityoophiyaatif Doolaarri biiliyoonni 1 ni barbaachisa- Dhaabbata Mootummoota…
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Deeggarsa namoomaa Ityoophiyaatif Doolaarri biiliyoonni 1 kan barbaachisu ta'uu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Dhaabbanni Mootummoota…
Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fooyyessa karoora hojiilee jijjiirramaarratti…
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) -Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fooyyessa karoora hojiilee jijjiirramaarratti mari'achaa jira.
Koomiishinichi fooyyessa karoora…
Manni marichaa muudama ministiroota 3 raggaasise
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI muudama ministiroota 3 raggaasise.
Miseensonni mana marichaa adeemsi muudama ministiroota 3 ittiin ifoome sirrii…
Waltajjiin marii ogeessotaa Ityoo-Jarman xumurame
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii ogeessotaa Ityoo-Jarman Amajjii 19 fi 20, 2012 Finfinneetti gaggeffamaa ture xumurame.
Waltajjichi Ministeera Dhimma Alaatti itti…
Mariin araara duudhaa biyyaa fi sirna haqaarratti xiyyeeffate Adaamaatti taa’amaa jira
Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Mariin araara duudhaa biyyaatinii fi sirna haqaarratti xiyyeeffate magaalaa Adaamaatti taa'amaa jira.
Waltajjicha kan qopheesse Ministeera Nageenyaa…
Koroonaa ittisuuf imaltoota gara Ityoophiyaa seenaniif hojiin ho’ina qaamaa adda baasuu itti…
Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Koroonaa vaayrasii ittisuuf imaltoota gara Ityoophiyaa seenaniif hojiin ho'ina qaamaa adda baasuu itti fufiinsan hojjetamaa jira jedhan ministir deettaan…