Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa hariiroo damee barnootaa cimsuuf ni hojjetu jedhame
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa hariiroo damee barnootaa cimsuuf ni hojjetu jedhame.
Jilli itti aantuu daayreektaraa Inistiitiyuutii…
Manni marichaa labsii invastimantii fooyya’e raggaasise
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI labsii invastimantii fooyya’e raggaasise.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 12ffaa guyyaa…
Manni Maree Nageenyaa Hararii, Baha Oromiyaa, Poolisii Federaalaa fi Raayyaa Ittisaa haala…
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Manni Maree Nageenyaa Naannoo Hararii, godinaalee baha Oromiyaa, Poolisii Federaalaa fi Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI raawwii hojii baatii 6 gamaaggame.…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa of eeggannoo cimaa sadarkaa isaa eeggateen tajaajila balallii gara…
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa imaltootaa fi hojjettootaaf of eeggannoo cimaa vaayrasii koroonaa sadarkaa isaa eeggateen tajaajila balallii gara Chaayinaa…
Fooramiin amantaalee Oromoo gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Fooramiin amantaalee Oromoo gaggeeffame.
Fooramiin amantaalee Oromoo tokkummaa ummataa cimsuu dandeessisa jedhame Ameerikaa,…
Hoggantoonni mootummaa olaanoon maatii barattoota Yuunvarsiitii Dambi Doolloo ugguraman waliin…
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimad Dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon maatii barattoota Yuunvarsiitii Dambi Doolloo ugguraman waliin mari’atan.…
Obbo Lammaa Magarsaa Deettaa Ministira Dhimma Alaa Faransaay Waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Ministirrin Raayyaa Ittisaa obbo Lammaa Magarsaa Deettaa Ministira Dhimma Alaa Faransaay Zhiyaan Baabtiist Leemoyn Waliin mari’atan
Jilli Ministira…
Ijaarsa projaktii bishaan dhugaatiif Birrii biiliyoona 1.2 ol ta’uun kontiraaktaroota wajjin walii…
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Biiroon Misoomaa Qabeenya Bishaaanii fi Inarjii Oromiyaa ijaarsa projaktii bishaan dhugaatiif bajata Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin Birrii biiliyoona 1.2…
Naannoon Oromiyaa dargaggoota kuma 50f hojii uumuuf qophii ta’uu beeksise
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Naannoon oromiyaa qonnaan bultoota fi horsiisee bultoota adda duree kuma 5 misooma invastimantii, daldalaa fi tajaajilarratti bobbaasuuf qophii xumuruu…
Ityoophiyaanonni arfan vaayrasii noovil koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e-…
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni arfan vaayrasii noovil koroonaan shakkamanii hordoffiin taasifamaafii ture bilisa ta'uun mirkanaa'e.
Ministeerri Fayyaa…