Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy Ahimad Hidha Haaromsaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Hidha Haaromsaa daawwatan.
Dooktar Abiy ijaarsa hidhichaa, hojii siiviilii fi elektiroo…
Hidha Haaromsaarratti sadarkaa ministirootatiin mariin Waashiingitanitti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Hidha Haaromsaarratti sadarkaa ministirootatiin mariin Waashiingitanitti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Mariin sadarkaa ministiroota dhimma alaa…
Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa ittigaafatama irraa eegamu sirnaan ba’achuu qaba…
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa ittigaafatama irraa eegamu sirnaan ba'achuu akka qabu ogeeyyiin seeraa himan.
Abukaatoo fi…
Preezdaant Saahilawarq ministira Misooma Bosonaa Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zaawdeen ministira Ministeera Misooma Bosonaa Kooriyaa Kibba waliin mari’atan
Preezdaant Saahilawarqii fi ministirri…
Ityoophiyaan weerara awwaannisaa to’achuuf hojjechaa jirti
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan weerara awwaannisaa si'a 2ffaa to'achuu yoo hin danda'in oomisha idilee fi jallisiirratti miidhaa qaqqabsiisuu mala jedhame.
…
Mariin Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamaa jiru akkuma itti fufetti jira
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Mariin ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti gaggeessan guyyaa 4ffaa akkuma itti fufetti jira.
Marichi Amajjii…
Manni marichaa bakka MM Dr Abiy argamanitti walga’ii addaasaa ni gaggeessa
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa bakka muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti walga'ii addaasaa ni gaggeessa.
Manni marichaa…
Baqattoonni Ityoophiyaa kuma 2 fi 281 gara biyyaatti deebi’ufi
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Keeniyaatti kan argamaan Baqattoonni Ityoophiyaa kuma 2 fi 281 gara biyyaatti deebi’ufi.
Baqattoonni kunneen Keeniyaatti bakka buufata baqattoota…
Hoggansi Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa fi Boordii Filannoo Biyyoolessaa qophii filannoorratti…
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Hoggansi Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa fi Boordii Filannoo Biyyoolessaa qophii filannoorratti mari'atan.
Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa fi…
Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa ittisa weerara Awwannisaaf deeggarsa laate
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa(USAID) weerara Awwaannisaa ittisuuf kan oolu Doolaara Ameerikaa kuma dhibba 8 Ityoophiyaaf deeggarsa taasise.…