Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasaatti meeshaan seeraan alaa 29 to’atame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) –Magaalaa Hawaasaatti meeshaan seeraan alaa 29 to'atame.
Qajeelchi Poolisii Magaalaa Hawaasaa akka beeksisetti meeshaan seeraan ala dabarfamaa ture,…
Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681to’atame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681 to’atameera.
Meeshaaleen kunneen giddugala Goondar aanaa Taach Aarmaacoo…
MM Dr. Abiy Ahimad Proojaktii Gannaalee Daawwaa III ebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Sirni eebbaa Proojaktii Gannaalee Daawwaa III guyyaa har’aa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffameera.
Sirna…
Ummanni Oromoo ammaan booda aarsaa hin barbaachisne kaffaluu keessaa ba’uun misoomarratti…
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Godina Dhiha Baalee aanaa Dalloo Mannaa, ganda Malkaa Mannaatti proojaktiin misooma jallisii Walmal har’a ebbifameera.
Muummee ministiraa Dooktar…
Gannaalee Daawwaa III ebbifame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012(FBC) –Proojaktiin madda anniisaa elektirikaa Gannaalee Daawwaa ebbifame.
Sirni eebbaa Proojaktii Gannaalee Daawwaa 3ffaan guyyaa har’aa bakka Muummeen…
MM Dooktar Abiy Ahimad boqachuu preezdaant Daani’eel Araap Mooyi gadda isaan itti dhaga’ame…
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC0 - Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu preezdaantii Keeniyaa duraanii Daani’eel Mooyi Araap gadda isaan itti dhaga’ame ibsaniruu.
Dooktar…
Ministeerri Geejibaa gamaaggama nageenya daandiirratti EPTSA waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Ministeerri Geejibaa qorannoo gamaaggama nageenya daandiirratti dhaabbata idil addunyaa EPTSA jedhamu waliin mari'ate.
Balaa tiraafikaa…
Gaggeessitoota hoospitaalaa mootummaa fi dhuunfaf ibsi laatame
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) - Gaggeessitoota hoospitaalaa mootummaa fi dhuunfaf vaayrasi koroonaa ilaalchisuun ibsi laatameera.
Ministerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Waltajjiin marii Oostiriyaa magaalaa Veeynaatti gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii mata duree ga’een Saayinsii, Teeknooloojii fi Innoveeshiniin galtee misoomaaf jedhuun Oostiriyaa magaalaa Veeynaatti gaggeeffama jira.…
Dhalli namaa paarkii biyyaalessa gaarreewwan Baalee keessa waggoota kuma 47 jiraata ture – Qorannoo
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) - Dhalli namaa paarkii biyyaalessa gaarreewwan Baalee keessa waggoota kuma 47 jiraata akka ture qorannoo tokko ifoomseera.
Gareen qarannoo hayyoota…