Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa ADWUIn qaama seerummaa dhabuu ilaalchisee murtee kenne
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Addi Dimokiraatawaa Warraaqsa Ummattoota Itiyoophiyaa (ADWUI) qaama seerummaa dhabuu ilaalchisee murtee kenne.
ADWUIn…
Leenjiin Barsiisotaa fi Dura Bu’oota Manneen Barnootaaf kennamaa Jira
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisotaa fi Dura Bu'oota Manneen Barnootaaf leenjii kennaa jira.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa maanuwaalii fi qajeelfamoota…
Nageenya uummataa mirkaneessuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojjetaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Nageenya uummataa mirkaneessuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojjetaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Gareen Invastimatii Gamtaa Chaayinaa Ityoophiyaatti naannoo Industirii ijaaruuf fedhii qabaachuu…
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Gareen Invastimatii Gamtaa Chaayinaa Ityoophiyaatti naannoo Industirii ijaaruuf fedhii qabaachuu beeksise.
Ministir Deettaan Ministeera Dhimmaa Alaa…
Aarbaa Minci aanaa Zuuriyaatti balaa lolaa mudateen miidhaan qaqqaabe
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Godina Gaamoo Aarbaa Minci aanaa Zuuriyaatti guyyaa har’aa balaa lolaa mudateen namoonni kumni 13 ol qe’ee fi qabeenya isaanirra buqqa’uu waajjirri…
Magaalaa Shawaa Roobiitiitti mallaqni sobaa fi meeshaaleen waranaa to’ataman
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Shawaa Roobiitiitti maallaqni sobaa Birriin kumni 11 fi meeshaaleen waranaa seeraan alaa to’atamuu Poolisiin bulchiinsa magaalichaa beeksise.…
Dhagaan bu’uraa proojaktii jallisii Diniq Calcal kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Dhagaan bu’uraa proojaktii jallisii Diniq Calcal kaa’ame.
Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituu fi Gidhiir gidduutti dhakaan bu’uraa Proojaktii…
Aadde Hiruut Zammanaan Cheen Shiyaadoonag waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Hiruut Zammanaan gargaaraa ministira Ministeera Dhimmaa Alaa Chaayinaa Cheen Shiyaadoonag…
Proojaktiin ijaarsa nageenyaa Gujii fi Geedi’oo ifoome
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Proojaktiin ijaarsa nageenya ummattoota Godina Gujii Lixaa fi Godina Geedi'oo caalaatti cimsuuf gargaaru har'a Godina Geedi'oo, Magaalaa Diillaatti ifatti…
Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoophiyaa Kuwaataritti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoophiyaa guyyaa kaleessa Kuwaatar Dohaatti gaggeeffameera.
Fooramicharratti Kuwaatar kan jiraatan…