Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandichi meeshaalee suphaa xiyyaaraa hojjechuuf waliigaltee waggoota 15 mallatteesse
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa hojiilee suphaa xiyyaaraa hojjechuuf Garee Invastimantii Saanaad waliin waliigaltee waggoota 15 mallatteessera.…
Yaa’ii 33ffaa dureewwan Gamtaa Afrikaatin daandiiwwan yeroo keessummoonni irra darban cufaa…
Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Yaa'ii 33ffaa dureewwan Gamtaa Afrikaatin daandiiwwan yeroo keessummoonni irra darban cufaa ta'an ifooman.
Koomiishiniin Poolisii Magaalaa…
Ijaarsi daandii aspaaltii Aysaayitaa-Afamboo- daangaa Jibuutii eegalame
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Ijaarsi daandii aspaaltii Aysaayitaa-Afamboo- daangaa Jibuutii eegalamuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa beeksise.
Daandiin Aspaaltii kun…
Yaa’ii 33ffaa dureewwan Gamtaa Afrikaatif qophiin taasifamuu poolisiin beeksise
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Yaa'ii 33ffaa dureewwan Gamtaa Afrikaatif qophiin taasifamuu poolisiin beeksise.
Yaa'iin dureewwan Gamtaa Afrikaa rakkoo nageenyaa tokko malee akka…
Qajeelfamni saffisa konkolaattotaa daangessu hojiirra oolufi
Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Qajeelfama saffisa konkolaattotaa daangessu hojiirra oolchaa akka jiru Abbaan Taayitaa Geejibaa Federaalaa beeksise.
Saffisa konkolaattootaa daangessuuf…
Balaa konkolaataa ga’een lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa Buunoo Baddallee aanaa Dhidheessaa fi Baale Dalloo Mannaatti ga’een lubbuun namoota 5 darbe.
Kaleessa galgala godina Buunnoo…
Jiraattonni Finfinnee obboloota isaanii Afrikaa simatanii akka keessummeessan Injiinar Taakkalaan…
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Finfinnee obboloota isaanii Afrikaa naamusa gaaridhaan akka keessummeessan itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar…
Hojiilee riifoormii damee qonnaarratti mari’atame
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Qopheessummaa Waajjira Muummee Ministiraatin mariin "hojiilee riifoormii damee qonnaa" irratti xiyyeeffatu gaggeeffame.
Qooda…
Dirree Daawaatti hoomaan waraabeeyyii sodaachisaa ta’aa jira
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Magaalaa Dirree Daawaa naannoo ganda Rooqaatti hoomaan waraabeeyyii miidhaa geessisaa jiraachuun ibsame.
Hoomaan kun daa’immaa umurii waggaa 3 lubbuu…
Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 17.6 olitti tilmaammamu to’atame
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 17 fi kuma dhibba 6 fi kuma 84 olitti tilmaammamu to’atame.
Guyyaa kaleessaa meeshaaleen…