Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa konkolaataa Dirree Dhawaatti qaqqabeen lubbuun namoota 16 darbe
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa Dirree Dhawaa naannoo Laas Deereetti qaqqabeen lubbuun namoota 16 darbeera.
Namoota lubbuun darbe dabalaatan namoota 5 irra miidhaa…
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministira Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummee ministira Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’ataniiru.
Muummee ministira Kanaadaa Jastiin…
Walga’iin Fandii Hoggansa Dubartoota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Walga'iin Fandii Hoggansa Dubartoota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Afrikaatti walqixxummaa koorniyaa mirkaneessuu fi dubartoota…
Jastiin Truudoon Finfinnee ni galan
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa Kaanaadaa Jastiin Truudoon daawwannaa guyyoota sadiif Finfinnee galaniiru.
Buufata xiyyaaraa idil addunyaa booleetti…
Hoggantoonni biyyoota Afrikaa yaa’ii Gamtaa Afrikaa 33ffaaf Finfinnee galuu eegalan
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC0 – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa yaa’ii idilee hoggantoota gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuu eegalan.
Guyyaa kana waaree booda…
Naannoo Oromiyaatti bara kana ijaarsi proojaktoota misooma jallisii ammayyaa 19 eegalaman
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Bara baajataa kana naannoo Oromiyaatti ijaarsi proojaktoota misooma jallisii ammaayyaa 19 eegaluu isaanii ibsameera.
Proojaktoonni kunneen…
Obbo Dammaqaan miseensoota Boordii Faawundeeshinii Biig Wiin waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonnin miseensoota boordii Faawundeeshinii Biig Wiin waliin mari’ataniiru.
Hanga bara 2030tti…
Ityoophiyaa fi Jibuutiin miseensa mana maree nageenyaa gamtaa Afrikaa ta’uun filataman
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jibuutiin miseensa mana maree nageenyaa Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamuun isaanii ibsameera.
Biyyoonni lamaanuu waggoota lamaaf…
Baha Ityoophiyaatti dabbabarsa nyaataa fi qorichoota seeraan alaarratti to’annoo cimaan ni…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Baha Ityoophiyaatti dabbabarsa nyaataa fi qorichoota seeraan alaarratti to’annoo cimaan akka barbaachisu koreen dhaabbii dhimmoota dubartoota,…
Obbo Gadduu Aandaargaachaw gita isaanii Demokraatik Riippabliika Koongoo fi Taanzaaniyaa waliin…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Obbo Gadduu Aandaargaachaw gita isaanii Demokraatik Riippabliika Koongoo fi Taanzaaniyaa waliin mari’atan.
Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo…