Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Gadduun gita isaanii Kaanaadaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimmaa Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ministira Dhimma Alaa Kaanaadaa Firaansiwaa Filiippi Shaampanyi waliin mari’ataniiru.…
Afrikaatti Misooma hunda galeessa mirkaneessuuf Ityoophiyaan qooda ishee ni baati- obbo Dammaqaa
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) - Afrikaatti Misooma hunda galeessa mirkaneessuuf Ityoophiyaan akka miseensa gamtichaatti qooda ishee kan baatu ta’uu itti aanaan Muummee…
Daldalli bilisaa biyyoota Afrikaa dhiyeenyatti hojiirra akka oolu himame
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) - Daldalli bilisaa biyyoota Afrikaa dhiyeenyatti hojiirra akka oolu Komishinarri Komiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii himaniiru.
Komishinarri…
Jastiin Truudoon dubartoota Ityoophiyaa hojii uumaan waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraanhala 1, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Truudoon dubartoota Ityoophiyaa hojii uumaan waliin martaniru.
Hojii uumuu fi lakkoofsa dubartoota…
Balaa konkolaataa mudateen horiirra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) - Godina Gujii aanaa Waadaraatti balaa konkoltaataa mudateen horiirra miidhaan qaqqabeera.
Balaa guyyaa kaleessaa qaqqabe kanaan horiin nama…
Caffeen Oromiyaa yaa’ii idileesaa gaggeessuufi
Finfinnee, Guraandhala 1, 2012 (FBC) – Yaa’iin idilee Caffee Oromiyaa Gurraandhala 8, 2012 irraa eegalee ni gaggeeffama.
Yaa’iin idilee 11ffaa Waggaa 5ffaa bara hojii Caffee 5ffaan…
Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 33ffaan eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) - Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 33ffaan Finfinnee galma gamtichaatti eegalame.
Yaa’ichi mata duree ‘ walitti bu’iinsaa fi waraana…
Preezdaanti Saahilwarq Muummee Ministira Kanaadaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Preezdaatiin FDRI Saahilawarq Zawdee Muummee Ministira Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’ataniiru.
Hariiroo invastimaantii fi daldalaa biyyoota…
Preezdaanti Saahilawarq Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Muummittii Ministira Noorway Eernaa Soolbarg waliin mari’ataniiru.
Maricharratti Ministira Nageenyaa aadde…
MM Dr. Abiy Ahimad Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – MM Dr. Abiy Ahimad Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan.
Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummittii Ministira Noorway Eernaa…