Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gabateen yeroo qormaataa kutaa 12ffaa fi kutaa 8ffaa bara 2012 ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Eejansiin Madaallii fi Qormaata Biyyaalessaa gabatee yeroo qormaata kutaa 12ffaa fi kutaa 8ffaa bara 2012 ifoomsera.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa…
Fooramiin bishaan magaalotaa biyyaalessaa 13ffaan Walaayittaa magaalaa Sooddootti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Fooramiin bishaan magaalotaa biyyaalessaa 13ffaan Walaayittaa magaalaa Sooddootti akka gaggeeffamu ibsame.
Fooramichi mata duree ‘Of cimsuun…
Jastiin Truudoon daawwannaa Ityoophiyaa xumuran
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Truudoon daawwannaa guyyoota sadiif Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara Seenegaal imalan.
Ministirri…
Bu’aaleen qorannoo qonnaa qonnaan bultoota fayyadamoo ni taasisu jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Bu’aaleen qorannoo qonnaa qonnaan bultoota fayyadamoo ni taasisu jedhameera.
Hojiiwwan damee qorannoo qonnaa babal'isuudhan, qonnaan bultootaa fi…
Naannoo gammoojjiitti qamadiin jallisiidhan oomishamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) –Naannolee gammoojji Afaar, Somaalee fi Kibba Oomootti qamadiin jallisiidhan oomishamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Naannolee…
MM Dr Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota addaddaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota addaddaa waliin mari'atan.
Dooktar Abiy, preezdaantii Sudaan Kibbaa…
Mariin daa’imman waraanaa fi walitti bu’iinsan Afrikaatti miidhamanirratti xiyyeeffatu…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Mariin daa'imman waraanaa fi walitti bu'iinsan Afrikaatti miidhamanirratti xiyyeeffatu gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi yaa’ii hoggantoota Gamtaa…
Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan har’a ni xumurama
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Yaa’iin idilee hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan har’a ni xumurama.
Mata duree "Ardii sagaleen meeshaa waraanaa keessatti hin dhaga’amne yaa…
Ityoophiyaan fooramii magaalota addunyaa 10ffaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan fooramii magaalota addunyaa 10ffaarratti hirmaachaa jirti.
Jilli Ityoophiyaa ministira Ministeera Misooma Magaalaa fi…
MM Dr Abiy, dureewwaniif affeerraa irbaata kabajaa taasisan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dureewwaniif affeerraa irbaata kabajaa taasisan.
Affeerraa irbaataa kanarratti hoggantoonni…