Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Gurraandhala 7, 2012 ni kabajama
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Gurraandhala 7, 2012 mata duree “birmadummaa biyya keenyaa fi nageenya hawaasa keenyaa murannoon ni eegna” jedhuun…
Oromiyaatti oomishni midhaanii kuntaala miliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 82 sassaabame
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Oromiyaatti bara oomishaa 2011tti omishaaleen midhaanii akaakuuwwan adda addaa kuntaalli miliyooni dhibbi 1 fi miiliyooni 82 sassaabamuu Biiroon…
Haala qophii daawwanaa MM Dr.Abiy Emmireetota Arabaa Gamtoomanitti taasisuuf jedhan ilaalchisee…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Haala qophii daawwanaa Muummeen Ministiraa DooktarAbiy Ahimad Emmireetota Arabaa Gamtoomanitti taasisuuf jedhan ilaalchisee mariin gaggeeffame.…
Aadde Hiruut Zammanaan Ministira dhimma alaa Moozaambik waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandha 3, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Hiruut Zammanaan, Ministira Dhimma Alaa Moozaambik Veerooniikaa Maakaamoo waliin mari’atan.…
Leenjiin balaa ibiddaa paarkiiwwan biyyaalessaarra ga’u ittisuu dandeessisu kennamuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Leenjiin balaa ibiddaa paarkiiwwan biyyaalessaarra ga’u ittisuu dandeessisu kennamuu eegaleera.
Balaa ibiddaa paarkiiwwan biyyaalessaarra ga’u…
Manni marichaa Kamisa dhuftu walga’ii ariifachiisaasaa ni gaggeessa
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Kamisa dhuftu walga'ii ariifachiisaasaa ni gaggeessa.
Wixinee labsii eksaayiz taaksii, waliigaltee…
Bulchiinsi magaalichaa weerara lafaa ittisuuf qabiinsa ragaa ammayyeessaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Weerara lafaa seeraan alaa ittisuuf qabiinsa ragaa ammaayyeessaa jiraachuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Hojimaata badaa…
Fooramiin biiznasii Afrikaa 3ffaan Finfinneetti taa’amaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Fooramiin biiznasii Afrikaa 3ffaan Finfinneetti taa'amaa jira.
Fooramichi qopheessummaa Koomiishinii Diinagdee Afrikaatini taa'amaa kan…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Naayjeeriyaa Mohaammaduu Buhaarii waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Naayjeeriyaa Mohaammaduu Buhaarii waliin mari'atan.
Dooktar Abiy har'a ganama waajjira…
Preezdaant Saahilawaq sirna awwaalchaa Daani’eel Araap Mooy irratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa preezdaantii FDRI Saahilawaq Zawdeetin duurfamu sirna awwaalchaa preezdaantii Keeniyaa duraanii Daani’eel Araap Mooy irratti…