Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Seera, demokraasii fi miidiyaa cimsuurratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti seera, demokraasii fi miidiyaa cimsuudhan raawwii mootummaa fi hirmaannaa ummataa guddisuurratti mari'atamaa jira.
Waltajjiin…
Harariitti sababii walitti bu’iinsaa furuu fi yakka to’achuurratti hojjetamaa jira…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Naannoo Harariitti sababii walitti bu'iinsaa furuu fi yakka to'achuurratti hojjetamuu Manni Maree Nageenyaa Naannoo Hararii beeksise.
…
Leenjiin hoggantoota olaanaa Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Leenjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa guyyoota 15f magaalaa Adaamaatti kennamaa ture xumurame.
Muummeen Minsitiraa FDRI fi Preezdaantii…
Proojaktoonni haaraa magaalotatti jijjiirrama fiduu danda’an 12 hojiirra oolufi
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Proojaktoonni haaraa magaalotatti jijjiirrama fiduu danda'an 12 hojiirra oolufi.
Ministirri Ministeera Misooma Magaalaa fi…
Obbo Gadduun barreessaa olaanaa Siiviil Ayiveeshinii Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw barreessaa olaanaa Siiviil Ayiveeshinii Afrikaa waliin mari’ataniiru.
Obbo Gadduun…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Paarkii Tokkummaa daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Paarkii Tokkummaa daawwataniiru.
Hoggantoonni olaanoo Paartii Badhaadhiinaa guyyoota darbaniif magaalaa…
Gamtaan dayaaspoora hirmaanna nageenya biyyaa eegsisuuf taasisuu cimsee akka itti fufu waamichi…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Gamtaan dayaaspoora hirmaanna nageenya biyyaa eegsisuuf taasisuu cimsee akka itti fufu Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw…
Jijjiirama akka biyyatti gaggeeffama jiru akka itti fufuuf itti gaafatamumma keenya ni ba’anna…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) -Jijjiirama akka biyyatti gaggeeffama jiru akka itti fufuuf itti gaafatamumma keenya ni ba’anna jedhan dargaggoonni magaalaa Jimmaa fi naannoshe.…
Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa vaayrasi koroonaa ittisuuf xiyyaaroota hojii keemikaalaan qulqulleessu…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa vaayrasi koroonaa ittisuuf xiyyaaroota hojii keemikaalaan qulqulleessu hojjechaa jira.
Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa…
Aadde Mufaariyaat Kamiil Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti barreessituu olaantuu dhimmoota…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa FDRI aadde Mufaariyaat Kamiil Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti barreessituu olaantuu dhimmoota ijaarsa siyaasaa fi…