Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 8.9tti tilmaammamu too’atame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 8.9tti tilmaammamu too'atameera.
Guyyoota shanan darban keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii…
Jilli Sudaan kutaa bulchiinsa Gadaariif Goondar gale
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) – Jilli bulchaa bulchiinsa Gadaariif Meejar Jeneraal Nasraddiin Abdiin duurfamu daawwannaaf Goondar galeera.
Itti aanaan kaantibaa bulchiinsa…
MM Dr Abiy Ahimad, Sheek Mahaammad Biin Rashiid Al Maktuum waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad itti aanaa preezdaantii, itti aanaa muummee ministiraa Emmireetota Arabaa Gamtoomanii fi bulchaa Duubaay…
Yaadni dureewwanii haala waqtaawaa Afrikaa ilaalcha keessa kan galche – obbo Nabiyaat
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Yaadni dureewwan Gamtaa Afrikaa, haala waqtaawaa Afrikaa ilaalcha keessa kan galche ture jedhan odu himaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Nabiyaat…
Filannoo biyyoolessaarratti dhimma seeraa ka’uu ilaaluuf dhaddachi ni gurmaa’a
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Dhimmoota seeraa filannoo biyyoolessaa Hagayya 2012 keessa gaggeeffamu waliin walqabatee ka'aniif, dhaddachi gurmaa'ufi.
Manni Murtii Waliigalaa…
Rakkoo diinagdee fi hoji dhabdummaa hiikuuf, rakkoowwan seektarootaa adda baafamaa jira- obbo…
Rakkoo diinagdee fi hoji dhabdummaa hiikuuf, rakkoowwan seektarootaa adda baafamaa jira- obbo Shimallis
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Rakkoo diinagdee fi hoji dhabdummaa…
Filannoon biyyoolessaa 2012 sagantaa fooyya’een Hagayya 23,2012 akka gaggeeffamu…
Finfinnee,Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Filannoon biyyoolessaa 2012 sagantaa fooyya'een Hagayya 23,2012 akka gaggeeffamu murtaa'e.
Koonfaransiin qooda fudhattoota filannoo gaggeeffamaa…
MM Dr. Abiy Ahimad Duubaay, Istaadiyamii Shabaab Al Ahliitti Ityoophiyaanota biyyoota Arabaa…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Duubaay, Istaadiyamii Shabaab Al Ahliitti Ityoophiyaanota biyyoota Arabaa jiraataniif ergaa dabarsan.…
Mariin qophii wixinee sanada waliigatee hidha haaroomsaarratti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee…
Finfinnee,Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Mariin qophii wixinee sanada waliigatee haalaa guutinsaa fi gadi lakkifama bishaan hidha haaroomsaa ilaalchisee Waashingitan DCtti gaggeeffamaa ture…
MM Dr. Abiy buutoota kominiitii Ityoophiyaa Giddugala Bahaa jiraataan waliin Abuu Dhaabiitti…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimadbakka buutoota kominiitii Ityoophiyaa Giddugala Bahaa jiraataan waliin Abuu Dhaabiitti mari’achaa jiru.…