Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biiroon Barnootaa Oromiyaa raawwii hojii baatii 6 fi kallattii gara fuula duraaraa gamaaggamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa raawwii hojii baatii 6 fi kallattii gara fuula duraaraa gamaaggamaa jira.
Biirichi akka beeksisetti…
Naannoo Tigraay magaala Maqaleetti bu’uuraaleen misoomaa Birrii biiliyoona 4 oliin ijaarraman…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Naannoo Tigraay magaala Maqaleetti bu'uuraaleen misoomaa Birrii biiliyoona 4 oliin ijaarraman ebbifaman.
Hundeeffama waggaa 45ffaa Adda…
Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessufi
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa'ii ariifachiisaa isaa gaggeessufi.
Manni marichaa Gurraandhala 10,2012 yaa'ii ariifachiisaa isaa kan…
Ijaarsi marsaa jalqabaa buufata gogaa fi tarminaala Warataa ebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Ijaarsi marsaa jalqabaa buufata gogaa fi tarminaala Warataa ebbifame.
Sirna ebbichaarratti preezdaantiin naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunah,…
Weerara dhibee gifiraa godinaalee Oromiyaa 12tti mudate ittisuu fi to’achuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Weerara dhibee gifiraa godinaalee Oromiyaa 12tti mudate ittisuu fi to'achuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
…
MM Dr Abiy dubartoota Ityoophiyaa biyyoota Arabaa jiraatan waliin Abudaabiitti mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dubartoota Ityoophiyaa biyyoota Arabaa jiraatan waliin Abudaabiitti mari'atan.
Muummee…
Namoonni meeshaalee waranaa seeraan alaa daddabarsan too’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) –Godina Iluu Abbaa Booraa aanaa Yaayyootti namoonni meeshaalee waranaa seeraan alaa daddabarsan sadi too’ataman.
Qaamooleen kunneen naannoo…
Rakkoo mana jireenyaa hiikuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) – Rakkoo mana jireenyaa hiikuuf hojjetamuu qaba jedhame.
Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa waltajjii marii qooda fudhattoota magaalota…
Sagantaan daa’imman kuma dhibba 7 fi kuma 46 gara manneen barnootaatti deebisu ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) – Sagantaan daa’immaan kuma dhibba 7 fi kuma 46 sababoota garaagaraan manneen barnootaa ala ta’an gara barnoota isaaniitti deebisu danda’u ifoomeera.…
Hadiyyaatti warshaan naaytiroojiinii dhangala’aa hojii eegale
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaa godina Hadiyyaatti warshaan naaytiroojiinii dhangala'aa hojii eegale.
Warshaan naaytiroojiinii dhangala'aa fi tursa sanyii…