Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muummeen Ministira Dooktar AbiyAhimad mootii Emmireetota Arabaa Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootii Emmireetota Arabaa Gamtoomanii Sheek Mahammad Biin Al Nahan waliin mari'ataniiru.
Anga’oonni…
Daandiin tajaajila geejjibaa biskileetii Labuu-Jamoo hojii eegale
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti daandiin tajaajila geejjibaa motora maleeyyii Labuu – Jamoo hojii eegale.
Ijaaramuun daandii kana tajaajila motora…
Jiraattoonni godina Harargee Lixaa hiriira deeggarsa bahan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) – Jiraattoonni godina Harargee Lixaa jijjirama biyyatiitti mul’achaa jiru ilaalchisun hiriira deeggarsa bahan.
Godinichatti jiraattonni aanoolee 15…
Qonnan bultoonni muuxannoo meshaalee qonnaa ammayya’aatti fayyadamu guddisuu akka qaban ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) - Qonnan bultoonni muuxannoo meshaalee qonnaa ammayya’aatti fayyadamu guddisuu akka qaban Daayreektarri Olaanaan Ejansii Hojii Gamtaa Federaalaa…
Jiraattonni Naannoo Soomaalee hiriira deeggarsa bahan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) – Jiraattonni Naannoo Soomaalee Magaalaa Jigjigaa deemsa paartii badhaadhinaa deeggaruuf hiriira bahan.
Hiriira deeggarasa kanarratti namoonni kuma…
MM Dr. Abiy lammiilee mirgi isaanii dhiibamee 135 taa’an gara biyyaatti fudhatanii ni…
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitti lammiilee mirgi isaanii dhiibamee 135 taa'an gara biyyaatti fudhatanii ni…
Buraayyuutti sirna eebba hoteela tokkoorratti walitti bu’insa uumameen namoota hanga tokkorra…
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti sirna eebba hoteela tokkoorratti walitti bu’insa uumameen namoota hanga tokkorra miidhaan qaamaa ga’uu bulchiinsi…
Naannoo Oromiyaatti qamadiin jallisiin oomishamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Godinaalee Oromiyaatti qamadiin jallisiin oomishamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa Oromiyaa beeksise.
Akka ragaan…
Karoora barmaatilee miidhaa geessisan ittisuuf qophaa’e beeksisuun eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Karoora barmaatilee miidhaa dubartootarra ga’u ittisuuf qophaa’e naannoo Oromiyaatti beeksisuun eegalame.
Karoora umrii malee…
Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa Ajaja Bahaatti kabajame
Finfinnee, Gurraandhala 7,2012 (FBC) – Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa Ajaja Bahaatti kabajame.
Ajajni Bahaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa guyyaa Raayyaa ittisa…