Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale.
Manni marichaa har'a Gurraandhala 10,2012 yaa’ii ariifachiisaa isaa…
Nageenyaa fi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hunduu ga’eesaa ba’achuu qaba-aadde Loomii…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeessaa jira.
Yaa'ichaan raawwii qaamolee rawwachiistuu itti aanaan preezdaantii…
Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan.
Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon…
Misooma investimantii naannoo Oromiyaa babal’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira
Finfinnee Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Misooma investimantii naannoo Oromiyaa babal’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Investimantii Oromiyaa beeksiseera.
Misooma…
Caffeen Oromiyaa yaa’ii idileesaa 11ffaa bara hojii 5ffaa Guraandhala 10 fi 11 taa’un…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Caffeen Oromiyaa yaa'ii idileesaa 11ffaa bara hojii 5ffaa Guraandhala 10 fi 11 taa'un dhimmoota garagaraatti ni mari’ata.
Dhimmi olaantummaa…
Manni maree ministeeroota walga’ii idileesa 79ffaan dhimmoota garagaraatti mari’achuun murtii…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Manni maree ministeeroota walga’ii idileesa 79ffaan dhimmoota garagaraatti mari’achuun murtii dabarseera
1. Manni marichi jalqabarratti wixinee…
Maallaqni biyyoota garagaraa kara seeraan ala osoo dabarfamaa jiru to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Maallaqni biyyoota garagaraa kara seeraan ala osoo dabarfama jiru to’atameera.
Doolaarri Ameerikaa kuma 17 fi 965, Paawundiin kuma 2 fi 520 fi…
Tarkaanfin sirreeffama dhaabbanni abba gaari ummataa dhiyaasu hojiirra oola hin jiru jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Dhaabbanni abba gaari ummataa Tarkaanfin sirreeffama si'a dhiyeessu bulchiinsa mootummaa gidduugalaa fi naannoo gadiitti argamaniin deebii ga’aa…
Aanaa Iluu Galaanitti Kontobaandiin Zayita Nyaataa abbaa litira 20 baay’inni isaa 520 to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Iluu Galaanitti Kontobaandiin Zayita Nyaataa abbaa litira 20 baay’inni isaa 520 qaama nageenya Aanichaan to’annoo jala…
Gamaaggamni balaa tiraafikaa hir’isu dandeessisu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC)- Sababa rakkoo nageenya daandiiwwaniif balaa tiraafika qaqqabuu hir’isu dandeessisu gamaaggamni gaggeefama jiraachu Ministeerri Geejjibaa beeksise.…