Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr. Abiy Ahimad dhalattoota Tigraay miseensa paartii Badhaadhinaa waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad jijjiramaan booddee naannoo garagararraa yakkaan shakkamanii kan to’anno seera jala jiran dirree siyaasaa…
Hokkora aanaa Gurra Fardaatti ummameen walqabate bulchaa aanichaa dabalatee hoggantoonni hedduun…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Naannoo kibbaa aanaa Gurra Fardaattii guyyaa kaleessa hokkora umameen walqabate bulchaa aanichaa dabalatee hoggantonni hedduun to’atamaniiru.…
Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne
Finfinnee, Gurraadhala 10, 2012 (FBC) -Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne.
Bu’uurumaa kanaan:-
Paartii Demokiraasii Ityoophiyaa Gamtoome…
MM Dr Abiy, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan.
Jijjiirrama Ityoophiyaan gaggeessituuf…
Obbo Gadduun, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan.
Ministiroonni…
Preezdaant Saahilawarq, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan.
Ministir deettaan Ministeera…
Manni Maree Naannoo Amaaraa muudama laate
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa'ii ariifachiisaa marsaa 5ffaa waggaa 5ffaasaatin muudama laate.
Haaluma kanaan;
…
Finfinneetti qabiyyeen lafaa seera qabeessa kumna 76 galmaa’uu fi mirkanaa’un ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti qabiyyeen lafaa seera qabeessa kuma 76 galmaa’uu fi mirkanaa’u Ejansiin odeeffannoo fi galmeessa qabiyyee lafaa fi…
Walga’iin humna waraana lafoo Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Walga'iin humna waraana lafoo Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga'iin kun si'a saddeettaffaaf kan gaggeeffamu yammuu ta'u, waltajjiisaa…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Waldaa Barsiisota Itoophiyaa fi Naannoo Oromiyaatiif beekkamtii kenne
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Biiroon Barnootaa Oromiyaa Waldaa Barsiisota Itoophiyaa fi Naannoo Oromiyaatiif beekkamtii kenne.
Sirna beekkamtii kennuu kanarratti waldaaleen…