Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 Finfinneetti kabajame.
Waggaa 83ffaan guyyaa wareegamtootaa siidaa yaadannoo wareegamtootaa 6 Kiilootti…
Hoggansi paartilee siyaasaa fi hayyoonni Oromoo fi Amaaraa mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Hoggansi paartilee siyaasaa fi hayyoonni Oromoo fi Amaaraa mari'atan.
Marichi nageenya lammiilee fi garaagartee muul'atu…
MM Dr Abiy Ahimad bakka buutota godina Silxee waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka buutota godina Silxee waliin mari'atan.
Dooktar Abiy bakka buutota ummataa aanaalee…
Caffeen muudama addaddaa raggaasisuun yaa’iisaa xumure
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Caffeen muudama addaddaa raggaasise.
Haaluma kanaan:
1/ Aadde Caaltuu Saanii itti aantuu preezdaantii fi qindeessituu kilaastara…
Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uudhan muudaman
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta'uudhan muudaman
Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa bara hojii…
Sokorruutti meeshaan seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Sokorruutti meeshaan waraanaa seeraan alaa osoo daddabarfamaa jiruu to’atameera
Meeshaaleen to’ataman kanneen shugguxii 60 fi…
Badhaadhina biyyaatif hunduu tumsaan hojjechuu qaba – Dr. Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) - Badhaadhina biyyaa mirkaneessuuf hunduu tumsaan hojjechuu qaba jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy…
Maayik Poompiyoon, bakka buutota Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon, bakka buutota Yaa'ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliin mari'atan.
…
Gurraandhalli 11 waggaa 45ffaan Maqalee, Istaadiyamii Tigraayitti kabajame
Finfinnee, Gurrandhala 11, 2012 (FBC) – Gurraandhalli 11 waggaa 45ffaan magaalaa Maqalee Istaadiyamii Tigraayitti kabajame.
Hoggansi olaanoo naannichaa fi qabsaa'onni…
Lagaxaafoo Laga Daadhiitti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Lagaxaafoo Laga Daadhiitti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame.
Jijjiirramaa fi muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad deeggaruudhan hiriirri…