Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaanti Saahlawarq Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahlawarq Zawdee Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis Siigriid Kaag waliin mari’taniiru.
Dhimmoota hariiroo…
Abbaan taayitichaa waliigaltee ijaarsa daandii 4 dhaabbilee ijaarsaa waliin walii mallatteesse
Finfinnee, Gurraadhala 12, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa waliigaltee ijaarsaa daandiiwwan 4 dhaabbilee ijaarsaa waliin walii mallatteesse.
Daandiiwwan…
Baqattoonni lammii Ityoophiyaa 76 Keeniyaadhaa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) - Baqattoonni lammii Ityoophiyaa 76 Keeniyaadhaa gara biyyaatti deebi’uun ibsame.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Koomiishiniin Olaanaa…
Misoomni naannoo horsiisee bulaa qaama karoora diinagdee Ityoophiyaa ta’uu akka qabu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa, Fooramii Horsiisee Bulaa Ityoophiyaa waliin naannoo horsiisee bultootaa fi misooma naannolee deeggarsa addaa barbaadanirratti…
Miseensota diippiloomaasii hawaasummaa Ityoophiyaatif leenjiin laatamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 12,2012 (FBC) - Miseensota diippiloomaasii hawaasummaa Ityoophiyaatif leenjiin laatamaa jira.
Leenjichi kallattiiwwan jajjaboo diippiloomaasiirratti kan…
Siidaan Injiinar Simmanyaw Baqqalaa ebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 12,2012 (FBC) -Siidaan yaadannoo hoji gaggeessaa Proojaktii Hidha Haaromsaa Injiinar Simmanyaw Baqqalaa ebbifame.
Bakka buutonni dhaabbilee addaddaa…
MM Dr Abiy miseensota Koomiishinii Arara Biyyoolessaa waliin mari’achaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad miseensota Koomiishinii Arara Biyyoolessaa waliin mari'achaa jiru.
Koomiishinichi ega hundaa'ee…
Yaa’in Fooramii Hooggansa Dubartoota Oromiyaa waggaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 12,2012 (FBC)-Biiroon Dhimma Dubartootaa Daa'immanii fi Dargaggootaa Oromiyaa qooda fudhattoota waliin yaa'ii fooramii hooggansa Dubartootaa kan waggaa Magaalaa…
Hiriirri deeggarsaa MM Dr Abiy Ahimad magaalota addaddaatti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad magaalota addaddaatti gaggeeffame.
Jiraattotni magaalaa Haramaayaa fi aanaa…
Gonfoon jaarraa 18ffaa gara biyyaa deebi’e
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Gonfoon jaarraa 18ffaa gara biyyaa deebi'e.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ministira Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa…