Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humnoota farreen nageenyaa seeratti dhiyeessuu fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessuuf hojjechaan jira…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Ummata waliin ta’uudhan humnoota farreen nageenyaa adamsee seeratti dhiyeessuu fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessuuf hojjechaan jira jedhe…
Sirni sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa ifoomsu Dilbata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Sirni sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa ifoomsu Dilbata dhufu gaggeeffama.
Sagantichi kan gaggeeffamu Dilbata dhufu…
Abbaan taayitaa daandiwwan Ityoophiyaa giddugala agarsiisa dhaabbii ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Abbaan taayitaa daandiwwan Ityoophiyaa giddugala agarsiisa dhaabbii ijaarsise eebbisiise.
Giddugalichi adeemsa seenaa dhaabbatichaa, ga’ee inni…
Jilli hoggansa KFO magaalaa Sabbataatti deeggartootaa fi miseensota isaa waliin mari’ate
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Jilli hoggansa Koongirasii Federaalawa Oromoo magaalaa Sabbataatti deeggartootaa fi miseensota isaa waliin mari'ate.
Jilichi dhimmoota…
Hiriirri deeggarsaa MM Dr Abiy Ahimad, bakkeessawwan addaddaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, bakkeessawwan addaddaatti gaggeeffamaa jira.
Hiriirichaan dhaadannoowwan…
Obbo Ashabbir Baalchaa hoji raawwachiisaa olaanaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Obbo Ashabbir Baalchaa hoji raawwachiisaa olaanaa Humna Elektirikii Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Naannoo Oromiyaa magaalaa Ambootti bara 1973…
Tarsiimoon damee qonnaa ammayyeessuuf gargaaru qoratamuun ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Tarsiimoon damee qonnaa ammayyeessuuf gargaaru qoratamuun ibsame.
Tarsiimichi Koorporeeshinii Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa fi Eejansii…
Naannoo Afaaritti jijjiirrama dhufaa jiruuf hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Naannoo Afaar aanaalee addaddaatti jijjiirrama akka biyyaatti dhufaa jiruuf hiriirri deeggarsaa gaggeeffame.
Aanaa Hanrukaa, Yaaloo, aanaa addaa…
Badhaasni qulqullinaa Ityoophiyaa 7ffaan kenname
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Badhaasni qulqullinaa Ityoophiyaa 7ffaan kenname.
Badhaasichi kaleessa Masaraa Biyyoolessaatti bakka preezdaant Saahilawarq Zawdeen…
Eetaamaajoorrin Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Sawudii waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Eetaamaajoorrin Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Sawudii Jeneraal Fayaad Al Ruwaaylii waliin mari’ataniiru.
…