Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wixinee imaammataa fi tarsiimoo bishaan biyyoolessaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Wixinee imaammataa fi tarsiimoo bishaan biyyoolessaarratti mari'atamaa jira.
Waltajjicha kan qopheesse Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii…
Hiriirri deeggarsaa magaalota addaddaatti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad magaalota addaddaatti gaggeeffame.
Hiriirri deeggarsichaa naannoo Oromiyaa magaalaa…
Jilli mootummaa naannoo Oromiyaa Sudaanitti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Jilli mootummaa naannoo Oromiyaa hogganaa Biiroo Qonnaa naannichaa obbo Dhaabaa Dabaleetin duurfamu, Sudaanitti hojiilee misoomaa daawwate.…
Jilli aadde Daagimaawitiin durfamu walga’ii ministirootaa idil addunyaa 3ffaa irratti hirmaate
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Jilli aadde Daagimaawitiin durfamu nageenya daandiirratti kan xiyyeeffate walga’ii ministirootaa idil addunyaa 3ffaa irratti hirmaate.
Jilli…
Galmeen lammiilee Ityoophiyaa eeyyama malee Emmireetota Arabaa Gamtooman jiraatanii Imbaasii…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Galmeen lammiilee Ityoophiyaa eeyyama malee Emmireetota Arabaa Gamtooman jiraatanii Imbaasii Ityoophiyaa Abudaabiitti eegale.
Muummee…
Hiriira Amboorratti namoonni 29 yoo miidhaman, shakkamtoonni 6 to’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Hiriira deeggarsaa Amboorratti boombii darbatameen namoota 29rra miidhaa salphaa fi cimaan qaqqabeera.
Koomiishinarri Koomiishinii Poolisii…
Bu’uuraaleen misoomaa aanaa Maqdallatti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) - Bu’uuraaleen misoomaa aanaa Maqdallatti ijaarame eebbifame.
Naannoo Amaaraa godina Kibba Walloo aanaa Maqdallaa bu’uuraaleen misoomaa ijaaraaman…
Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bureetti Kilaashin kooviin 14 to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) –Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bureetti Kilaashin kooviin 14 to’atame.
Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bureetti meeshaan waraana seeraan ala daddarba…
Jilli addaa Muummeen Ministira dooktar Abiy Ahimadin ergame preezdaantii Gibts Abdulfattaah Al…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) – Jilli addaa Muummeen Ministira dooktar Abiy Ahimadin ergame preezdaantii Gibts Abdulfattaah Al siisii waliin walarge.
Jilicha keessatti kan…
Sirni baniinsa sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) - Sirni baniinsa sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa gaggeeffame.
Saganticharratti muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad…