Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sababii hannaatin tajaajilli geejibaa gufataa jira- Baabura Salphaa Finfinnee
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Sababii hanna siignaal koominikeeshini keeblii fi funyoo elektiriikii halkan raawwatamuun tajaajila geejjibaa ga’aa kennuu akka hin dandeenye…
Lixaa fi Kibba Oromiyaatti nageenyi bu’aa dhufuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Lixaa fi Kibba Oromiyaatti nageenyi bu'aa dhufuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Rakkoon nageenyaa Lixaa fi Kibba Oromiyaatti…
MM Dooktar Abiy hundeeffamuu mootummaa waloo Sudaan Kibbaatti gammachuu itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootummaan Sudaan Kibbaa morkattoota waliin mootummaa waloo hundessuu isaaniif gammachuu itti dhaga’ame…
Mootummaan himata lammiilee 60 adda kuteera
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Mootummaan sababoota garaagaraan namoota 60 dhimmi isaanii seeran ilaallamaa turerraa himannaa adda kuteera.
Itti gaafatamaan Prees…
Ityoophiyaa fi Emmireetonni Arabaa Gamtooman walii galtee liqaa Doolaara miiliyoona 100 waliif…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Emmireetonni Arabaa Gamtooman walii galtee liqaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 100 waliif mallatteessaniiru.
Liqichi kan argame…
Ityoophiyaanonni Chaayinaa bulchiinsa Huubeeyitti baratan, vaayrasii koroonaaf hin saaxilamne…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Ityoophiyaanonni Chaayinaa bulchiinsa Huubeeyitti baratan, vaayrasii koroonaaf hin saaxilamne jedhame.
Ityoophiyaanonni 311 Chaayinaa…
Yaa’iin nageenya bishaanii fi misooma waaraa 2ffaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Yaa’iin nageenya bishaanii fi misooma waaraa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Biyyoota shanitti hojiirra kan oolu proojaktiin nageenya…
Paartileen siyaasaa ulaagaalee irraa eegamu amma Bitootessa 3,2012tti akka xumuratan gaafataman
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC)- Paartileen siyaasaa ulaagaalee guuttachuu qaban amma Bitootessa 3,2012tti akka xumuratan Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa yaadachiise.…
Haqa qabeessummaa filannoo baranaatif hunduu tumsuu qaba- miseensota Caffee Oromiyaa
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC)- Haqa qabeessummaa fi demokraasummaa filannoo bara 2012 gaggeeffamuuf qaamni hundi itti gafatamasaa ba’uu qaba jedhan miseensonni Caffee Oromiyaa.…
Obbo Nuwaay Gabra’aab boqatan
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Obbo Nuwaay Gabra'aab boqatan.
Gorsaan dhimmoota diinagdee yeroo dheeraa Waajjira Muummee Ministiraa duraanii obbo Nuwaay Gabra'aab boqatan.…